Bitootesssi 24 guyyaa Seenessi sobaa seenessa waloon bakka buufame ta’uun himame.
AMN PLUS- Bitootessa 23/2017 Bitootesssi 24 guyyaa Seenessi sobaa seenessa waloon bakka itti buufame ta’uun himameera. Guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 sababeeffachuun sagantaan waarii artii bakka Hooggantoonni Olaanaa Naannoo,Artiistoonni,Abbootiin Gadaafi daayaaspooraa…