Humna finxaaleyyii nagaa uummataa booressaa ture irratti tarkaanfiin fudhatame
AMN PLUS-Sadaasa 11/2018 Raayyaan Ittisa Biyyaa Itoophiyaa humna finxaaleyyii Naannoo Amaaraa Godina Walloo kaabaa keessa daheeffachuun nagaa uummataa booressaa ture irratti tarkaanfii fudhachuu isaa Kutaa waraanaa godinichaatti ajajaa kan ta'an…