Tajaajila seera loogii irraa bilisaa kennuuf abbootiin murtii kutannoon hojjechuu qabu- Aadde Lalisee Dassaalanyi
AMN PULS- Sadaasa 5/2018 Tajaajila seeraa si'ataafi loogii maleessa hawaasa biraan gahuuf abbootiin murtii kuttannoon hojjechuu akka qaban Pirezidaantiin Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Aadde Lalisee Dassaalanyi ibsan. Manni Murtiichaa tajaajila…