Kantiibaa Adaanech Abeebeen gamoofi mankuusaa kuduraa, muduraa fi bu’aalee beeyladaa ammayyaa eebbisan
AMN PLUS –Amajjii 19/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ministira Daldalaa fi Walitti hidhamiinsa Naannawaa Kaasahun Goofee (Dr.) waliin gamoofi mankuusaa kuduraa, muduraa fi bu’aalee beeyladaa ammayyaa Koorporeeshinii Hojiilee…