Ulaan Galaanaa gaaffii dhalootaati- Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa
Gaaffiin ulaa galaanaa dhimma buufata doonii qofa osoo hin taane dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu akka ta'e Miseesonni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa ibsan. Aadde Laxiifaa Abbaa Tamaamifi Obbo Moggaa Abbaa…