“Kitaaba biyyakoof ta’u barreessan jira, yoo fedha waaqaa ta’e dhiyeenya nan xumura” Komishinar Lalisee Dhugaa

‎AMN Plus- Onkoloolessa 25/ 2018 ‎Muuxannoolee biyyoota addaddaa walitti fiduun Oromiyaa Kaartaa Turizimii Addunyaarratti mul'isuuf sochii eegalametti kan makaman barii jijjiiramaati. Finfinneetti dhalatanii guddatan, achiis waggoota 20 oliif dhaabbilee idil…

Continue Reading“Kitaaba biyyakoof ta’u barreessan jira, yoo fedha waaqaa ta’e dhiyeenya nan xumura” Komishinar Lalisee Dhugaa

Finfinneen mudhii hidhattee hojjechaa jirti- Obbo Baqqalaa Tamasgeen

‎AMN Plus- Onkoloolessa 21/2018 ‎Finfinneen magaalota Afiriikaa keessaa bakka tajaajilli si'aataafi fakkeenyummaa qabu itti kennamu uumuudhaaf hojjechaa jiraachuu Hogganaa Itti Aanaa Biiroo Paabilik Sarviisii fi Misooma Humna Namaa Magaalaa Finfinnee…

Continue ReadingFinfinneen mudhii hidhattee hojjechaa jirti- Obbo Baqqalaa Tamasgeen

“‎A-Masoob achi deemiifi as deemii nurraa hambiseera” – Tajaajilamtoota

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 20/2018 ‎Giddu Galli Tajaajila Bakka tokkoo "Addis Masoob" rakkoolee kenna tajaajilaa waliin walqabatan hedduu akka fure tajaajilamtoonni ibsaniiru. ‎Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Araadaatti, Addis Masoob irraa tajaajila wayita…

Continue Reading“‎A-Masoob achi deemiifi as deemii nurraa hambiseera” – Tajaajilamtoota

MM Abiyyi Ahimad (PhD) Shawaa Bahaatti hojiilee misooma qonnaa garagaraa daawwatan

AMN Plus- Onkololeessa 19/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad Godina Shawaa Bahaatti Sassaabbii oomisha Qamadii Qonna gannaa daawwachuun qonna qamadii jallisii bonee eegalchiisaniiru. Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) Shawaa Bahaatti hojiilee misooma qonnaa garagaraa daawwatan

AMN qulqullina barnootaaf gumaacha ba’ateef beekamtii argate

AMN Plus- Onkoloolessa 18/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, hojii qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti gumaacha AMN ba'ateef beekamtiifi badhaasa kenne. AMN Chaanaaliisaa AMN Plus irratti tamsaasa barnootaa dabalataa walta'iinsa Biiroo Barnootaa Finfinneetiin…

Continue ReadingAMN qulqullina barnootaaf gumaacha ba’ateef beekamtii argate

‎Jijjiiramaan booda kuufamni maallaqaa Itoophiyaa dachaa 10 oliin guddate

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 18/2018 ‎Ministirri Muummeen FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’uuta ummataa irraa ka’aniif deebii yoo kennan, jijjiiramaan booda kuufamni maallaqaa Itoophiyaa dachaa 10 oliin…

Continue Reading‎Jijjiiramaan booda kuufamni maallaqaa Itoophiyaa dachaa 10 oliin guddate

Dooktar Abiyyi Ahimad har’a gaaffilee Paarlaamaaf deebiifi ibsa kennu

AMN Plus- Onkololeessa 18/2018 Ministirii Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) har'a gaaffiilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’aniif deebiifi ibsa ni kennu. Manni Marichaa ganama sa’aatii 2:30 irraa eegalee…

Continue ReadingDooktar Abiyyi Ahimad har’a gaaffilee Paarlaamaaf deebiifi ibsa kennu

Biyyoota yaa’a gadii waliin dippiloomaasiin uummataa hojjetamuu qaba- Ambaasaaddar Dinaa Muftii

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 17/2018 ‎Hidhi haaromsaa guddichi xumuramus fayyadamummaa waliiniitiif walitti dhufeenya uummataa fi uummataa irratti hojiin dippiloomaasii cimee itti fufa jechuun Ambaasaaddar Dinaa Muftii dubbataniiru. ‎Ambaasaaddar Diinaan turtii…

Continue ReadingBiyyoota yaa’a gadii waliin dippiloomaasiin uummataa hojjetamuu qaba- Ambaasaaddar Dinaa Muftii

“Olola sobaaf gurra osoo hin laatin warri misooma cinaa dhaabattan galatatu isiniif mala” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Plus- Onkoloolessa 16/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaamolee Misooma Kooriidarii Marsaa 2ffaan kallattii afuriin ijaaraman milkeessuu keessatti qooda olaanaa bahataniif sagantaa galateeffannaa qopheesseera. Kooriidariiwwan Addababa'ii Masqalaa-Magganaanyaa-Saawuzgeet, Gaaraazhi Ambassa-Gooroo, CMC-Daandii Terminaala…

Continue Reading“Olola sobaaf gurra osoo hin laatin warri misooma cinaa dhaabattan galatatu isiniif mala” Kantiibaa Adaanech Abeebee