Hoggantoonni matta’aa gaafatan to’annoo jala oolafaman
AMN PLUS- Hagayya 19/2017 Hooggantoonni Dhaabbata Tajaajila Qalmaa Finfinnee, tajaajila kennuuf matta'aa gaafatan lama to'annoo jala oolfaman. Daarekteera olaanaa dhaabbatichaa Obbo Sayid Indiris Kamaaliifi Itti aanaa isaanii Yooseef Dirribsaa Maammoo…