Waqtii Burraaqa Ijoollee – Ukee/Taaboree
AMN PLUS- Hagayya 11/2017 Ayyaana ijoolleen umuriin isaanii 9 hanga 16 jiran kabajatanidha. Bakka tokko tokko tti ammoo hamma waggaa 13'tti kabajatu. Ukee fi Taaboreen Iddoodhaa iddootti maqaan gargar ta'us…