MM Abiyyi Ahimad, Pop Firaansis boqochuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

AMN PLUS- Ebla 13, 2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiyyi Ahimad, Phaaphaasiin Amantaa Kaatolikii Roomaa Pop Firaansis boqochuusaaniin gaddi guddaan itti dhagahamuu ibsan. Dr. Abiyyi karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad, Pop Firaansis boqochuusaaniin gadda itti dhagahame ibsan

Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii Naayijeeriyaa Magaalaa Iinuuguutti taasisu yeroof addaan kutuu beeksise

AMN PLUS- Ebla 13/2017 Daandiin Qilleensa Itoophiya balalii Naayijeeriyaa Magaalaa Iinuuguu buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Akaanuu Iibyaamitti taasisu hanga Ebla 28/2017tti addaan kutuusaa beeksiseera. Balaliin kan adda citus hojii suphaa…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itoophiyaa balalii Naayijeeriyaa Magaalaa Iinuuguutti taasisu yeroof addaan kutuu beeksise

Har’a ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun giddu gala nyaataa Tasfaa Birhaan 25ffaa fi 26ffaa bannee tajaajila eegalchiisneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Bara 2014 irraa eegallee lammiilee keenyaa guyyatti yeroo takkallee nyaata argachuuf rakkatan giddu galaa nyaataa 24 bannee nyaata qulqulluu, fayyaqabeessaa fi hoo'aa harka qalleeyyii, qaama miidhamtoota fi lammiilee rakkoolee hawaasummaa…

Continue ReadingHar’a ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun giddu gala nyaataa Tasfaa Birhaan 25ffaa fi 26ffaa bannee tajaajila eegalchiisneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun maanguddootaafi qaamolee hawaasaa harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru – Waajjira Ministira Muummee

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana du’aa ka’uu sababeeffachuun maanguddootaafi qaamolee hawaasaa harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru – Waajjira Ministira Muummee

Kantiibaa Adaanech Abeebee ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ayyaana Faasikaa sababeeffachuun qaamolee hawaasaa deeggarsa barbaadan, miidhamtoota qaamaafi rakkoowwan hawaasummaa garagaraaf saaxilamaniif maaddii qoodaniiru. Ayyaanichi kan nagaa,…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

Vilaadmiir Puutiin ayyaana Faasikaa sababeeffachuun labsii dhukaasa dhaabuu dabarsan

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Pirezidaantiin Raashaa Vilaadmiir Puutiin ayyaana Faasikaa sababeeffachuun waraana Yuukreen waliin qabaniif yeroof labsii dhukaasa dhaabuu dabarsaniiru. Labsichi halkan Sanbata sa'aatii 6:00 irraa eegalee hanga Dilbata…

Continue ReadingVilaadmiir Puutiin ayyaana Faasikaa sababeeffachuun labsii dhukaasa dhaabuu dabarsan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana du’aa ka’uu ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Ministirri Muummee Ayyaana du’aa ka’uu ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Ergaan ayyaanaa Ministirri muummee dabarsan kunoo Baga ayyaana du’aa ka’uu Iyyasuus Kiristoosiin isin…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana du’aa ka’uu ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

AMN PLUS – Ebla 10/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa iftaan kabajamu sababeeffachuun hojjettoota waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa qabaniifi daa’imman waajjirichi guddisuuf maaddii qooduusaanii Waajjira Ministira…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan