Kantiibaan Finfinnee Adaanech Abeebee Ijaarsa Kooriidarii 9ffaa daawwatan

‎AMN PLUS - Sadaasa 30/2018 ‎Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee raawwii ijaarsa pirojektii misooma kooriidarii Uraa'elii haga Biraas, Boolee Madaanaalamii haga Imbaasii Ingiliziitti jiru akkasumas Ijaarsa Paarkii Piikook…

Continue ReadingKantiibaan Finfinnee Adaanech Abeebee Ijaarsa Kooriidarii 9ffaa daawwatan

“Akka Singaapoor osoo hin taane, akka Itoophiyaa ta’aa!”- Gaazexaa Keeniyaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 ‎Gaazexaan Keeniyaa "Istaandaard" jedhamu hojiilee misoomaa Finfinneetti saffisaan raawwatamaa jiran dinqisiifate. Misooma kooriidarii fi modeela misoomaa, ofitti amanamummaa Itoophiyaan hojjatamaa jiru dinqisiifateera. ‎Gaazexaan kun muuxannoon Itoophiyaa…

Continue Reading“Akka Singaapoor osoo hin taane, akka Itoophiyaa ta’aa!”- Gaazexaa Keeniyaa

Dukkana keessaa gara ifaatti ceeneerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Itoophiyaan dukkana keessaa ifatti ba’uu himan. Dooktar Abiyyi kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa irratti argamuun tokko taaneefi waloomnee…

Continue ReadingDukkana keessaa gara ifaatti ceeneerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Kaameraan uffata dambii hojjettoota galiiwwanii irratti hidhamuunsaa komii akkamiin furaa jira?

AMN PLUS - Sadaasa 29/2018 Kaffaltoota gibiraa Magaalaa Finfinneerra komii hoj-maataan walqabatee yeroo gara garaa ka'u furuuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee torbee darbe murtoowwan gurguddoo lama hojiirra oolcheera. Sadaasa 25 irraa…

Continue ReadingKaameraan uffata dambii hojjettoota galiiwwanii irratti hidhamuunsaa komii akkamiin furaa jira?

Bulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee beekamtii argatan

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Manni Maree Federeeshinii Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa akka milkaa'uuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee shoora taphataniif beekamtii kenne. Jala bultiin ayyaanichaa…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee beekamtii argatan

Aadaa hojii fooyya’aan badhaadhina mirkaneessina- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Leenjiin hoggantoota sadarkaa Aanaa qabiyyee "Ilaalama Mootummaa Ida'amuutiin Bu'aawwan Dameelee" jedhuun Finfinneetti kennamaa ture milkiin goolabamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. ‎Hoggansi sanadoota leenjii…

Continue ReadingAadaa hojii fooyya’aan badhaadhina mirkaneessina- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Kantiibaa Adaanech naannawaa jiraattonni Piyaassaa duraanii Jiraatan daawwatan

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa magaalaa Nifaas silki Laaftootti bakka jiraattoonni Piyaassaa duraanii jiraatan daawwataniiru. Aadde Adaanech gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, "Har'a ganama Kutaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech naannawaa jiraattonni Piyaassaa duraanii Jiraatan daawwatan

“Mootummaan keenya ummata dhaggeeffatee gaaffii isaaf deebii sirrii kenna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Sadaasa 27/2018 Jiraattota Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa hunda keessatti argaman waliin mariin bal’aan dhimmoota gara garaa irratti taasifamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee hima. Mariin kana…

Continue Reading“Mootummaan keenya ummata dhaggeeffatee gaaffii isaaf deebii sirrii kenna” Kantiibaa Adaanech Abeebee