Godina Geede’ootti sigigaannaa lafaan lubbuun namoota 9 darbe
AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Godina Geede'oo Aanaa Raphiitti sigigaannaa lafaa mudqteen lubbuun namoota 9 darbe. Balaan kun halkan edaa sa'aatii 5tti mudachuu Ajajaan Poolisii godinichaa Inispeektar Birruu Maarqos himaniiru.…