Nama Bara 1980 Faajjii Biyyaa Addunyaarratti Mirmirse, Atileet Waldee Roobalee Achi Buuteen Isaa Dhabame Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Akkamiin Arge?

AMN PLUS - Guraandhala 23/2018 Olompiikni Mooskoo isaaf Yaadannoo Addaa qaba. Bara 1980 bara Atileet Miruts Yufxar mootii itti ta'e, Tolasaa Qottuun fiigucha gufachiisaan Itoophiyaaf Meedaaliyaa jalqabaa argamsiise Atileet Waldee…

Continue ReadingNama Bara 1980 Faajjii Biyyaa Addunyaarratti Mirmirse, Atileet Waldee Roobalee Achi Buuteen Isaa Dhabame Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Akkamiin Arge?

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Atileet Waamii Birraatuu dabalatee atileetotaa gootota biyyaa ta’aniif deeggarsa mallaqaafi mana jireenyaa kennan

AMN PLUS - Guraandhala 22/2018 Atileetoota oolmaa biyyaaf oolaniin niyyi itti boontuu warreen turan garuu amma rakkoolee garaagaraaf saaxilamanii jiraniif deeggarsa taasisuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Atileetootni…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Atileet Waamii Birraatuu dabalatee atileetotaa gootota biyyaa ta’aniif deeggarsa mallaqaafi mana jireenyaa kennan

Giddu Galli Leenjiifi Ogummaa Dubartootaa ‘Lenegawa’Dubartoota Leenjii Fudhachaa Turaniif Qormaata Gahumsaa Kenne

AMN PLUS - Guraandhala 19/2018 Giddu Galli Leenjiifi Ogummaa Dubartootaa ‘Lenegawa’ Marsaa 4ffaan Dubartoota Lakkoofsaan Kuma 1 Caalan Leenjisaa Kan Jiru Yoo Tahu Qormaata Gahumsaa Kennuun Kanneen Qormaata Kenname Darban…

Continue ReadingGiddu Galli Leenjiifi Ogummaa Dubartootaa ‘Lenegawa’Dubartoota Leenjii Fudhachaa Turaniif Qormaata Gahumsaa Kenne

Damee Dinagdeefi Siyaasaan Fayyadamummaa Dubartootaa Mirkaneessuuf Hojjetamaa Jiraachuun Ibse

AMN PLUS – Guraandhala 11/2018 Dubartootni Damee Dinagdeen Fayyadamoo, Siyaasa Keessatti Ammoo Hirmaannaa Gaarii Akka Qabaataniif Hojjetamaa Jiraachuu Biiroon Dhimma Dubartootaa, Daa’immaniifi Hawaasummaa Beeksiseera. Hoggantuun Biiricha Aadde Qonjit Dabalaa Guyyaa…

Continue ReadingDamee Dinagdeefi Siyaasaan Fayyadamummaa Dubartootaa Mirkaneessuuf Hojjetamaa Jiraachuun Ibse

Hospitaalli Galaan akka Baha Afriikaattti kan Jalqabaa jedhame yeroo dhiyootti tajaajilaaf banaa taha – Biiroo Fayyaa Finfinnee

AMN PLUS - Guraandhala 04/2018 Karoora Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee magaalattii wiirtuu tuurizimii fayyaa taasisuuf qabatee hojjechaa jiru keessaa inni ijoon sadarkaa buufataalee tajaajila fayyaa duraan turan fooyyessuu dabalatee Hospitaalota ulaagaa…

Continue ReadingHospitaalli Galaan akka Baha Afriikaattti kan Jalqabaa jedhame yeroo dhiyootti tajaajilaaf banaa taha – Biiroo Fayyaa Finfinnee

Kantiibaa Adaanech hojjettoota aadaa hojii 24/7’n Finfinnee misoomsaa jiraniif maaddii qoodan

AMN PLUS – Guraandhala 01/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojjettoota qaxalee aadaa hojii 24/7’n misooma Kooriidarii Finfinnee saffisiisaa jiraniif maaddii qooduun jajjabeessaniiru. Hojjettootni kunneen hojiilee misooma kooriidarii Addunyaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech hojjettoota aadaa hojii 24/7’n Finfinnee misoomsaa jiraniif maaddii qoodan

Magaalaa Finfinneetti tola ooltummaa fi hirmaannaa uummataan Birriin Biliyoona 15 caalu misoomaaf ooluun ibsame

AMN PLUS- Amajjii 29/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee baatiiwwan Jahan darbanitti hojiiwwan misoomaa garaa garaa tilmaamni isaanii Birrii Biliyoona 15 caalu hojjatamuu, Kantiibaa Adaanech Abeebee beeksisan. Kantiibaa Adaanech wayita gabaasa raawwii…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti tola ooltummaa fi hirmaannaa uummataan Birriin Biliyoona 15 caalu misoomaaf ooluun ibsame

Ijaarsi mana jireenyaa barsiisotaa jalqabamuun xiyyeeffannoo olaanaa barsiisotaaf kenname akka agarsiisu ibsame

AMN PLUS- Amajjii 28/2018 Ijaarsi manneen jireenyaa waliinii barsiisotaa ifatti jalqabamuun isaa gaaffilee bu’uuraa barsiisotni yeroo dheeraaf gaafataa turan kan deebise ta’uu isaa Waldaan Barsiisotaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Waldaan Barsiisotaa…

Continue ReadingIjaarsi mana jireenyaa barsiisotaa jalqabamuun xiyyeeffannoo olaanaa barsiisotaaf kenname akka agarsiisu ibsame

“Nuti mana jireenyaa harka qalleessaaf malee dureeyyiif ijaaraa hin jirru” MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS-Amajjii 26/2018 Rakkoo mana jireenyaa yeroo dheeraaf ture furuuf sirna liqa manaa yeroo dheeraa (mortgage) hojiirra oolchuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Miseensa Mana Mareerraa…

Continue Reading“Nuti mana jireenyaa harka qalleessaaf malee dureeyyiif ijaaraa hin jirru” MM Abiyyi Ahimad

Baatii Jahan darban lammiileen miiliyoona 3.3 ol carraa hojii argtaniiru- Dooktar Abiyyi

AMN PLUS – 26/2017 Raawwii hojii baatiwwan jahaan darbaniin akka biyyaatti lammiileen miiliyoona 3.4 tti siiqan carraa hojii argachuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Dr. Abiyyi gaaffilee miseensotni Mana…

Continue ReadingBaatii Jahan darban lammiileen miiliyoona 3.3 ol carraa hojii argtaniiru- Dooktar Abiyyi