“Yaa’ii Gamtaa Afriikaaf yeroo dhuftan Itoophiyaatti invast godhaa” Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Guraandhala 06/2018 Ajandaa riifoormii biyya keessaan Itoophiyaan haala investaraaf dursa kennuufi zooniiwwan diinagdee investimantii kallattii alaaf mijatan qopheessuu Waajjirri Ministira Muummee ibse. Waajjirichi ergaa hirmaattota Yaa'ii Gamtaa Afriikaaf…

Continue Reading“Yaa’ii Gamtaa Afriikaaf yeroo dhuftan Itoophiyaatti invast godhaa” Waajjira Ministira Muummee

Itooohiyaan Yaa’ii COP-32 Keessumeessuuf Filatamuun Afrikaaf Carraa Guddaadha – Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

‎AMN PLUS - Guraandhala 04/2018 ‎Yaa'iin idilee 48ffaa mana maree hojii raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaa hanga guyyaa borii turu Ministeeroota Dhimma Alaa Biyyoota Miseensa Gamtichaafi keessummoota garaagaraas hirmaachiisuun taa'amu eegaleera. ‎Keessummoota…

Continue ReadingItooohiyaan Yaa’ii COP-32 Keessumeessuuf Filatamuun Afrikaaf Carraa Guddaadha – Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

Loltootni Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa yeroo hundaa qophaa’oodha-Mohaammad Diyaaloo

AMN PLUS-Guraandhala 4/2018 Raayyaan Nageenyaa Itoophiyaa biyya Somaaliyaa naannolee Halganiifi Baladiwayinii keessatti qophii loltummaa isaa akka mirkaneeffatan ibsameera. Hojiin inispeekshinii salphaa miti kan jedhan Itti Gaafatamaan Inspeekshinii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…

Continue ReadingLoltootni Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa yeroo hundaa qophaa’oodha-Mohaammad Diyaaloo

Obboloota Keenya Afriikaa Kabajaan Haa Simannu – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS- Guraandhala 02/2018 Ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Jaallatamtoota Uummattoota Itoophiyaa! Biyyi keenya jaallatamtuun keessummoota yaa'ii Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf dhufan obboleewwan keenya Afrikaanota onnee qulqulluun harka bal'istee…

Continue ReadingObboloota Keenya Afriikaa Kabajaan Haa Simannu – MM Abiyyi Ahimad

Poolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiiruu beeksise

AMN PLUS-Amajjii 27/2018 Poolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiiruu isaa beeksiseera. Hogganaan Qajeelcha Waliigalaa Loojistiksii Poolisii Federaalaa Komishinarri Gargaaraan Isheetuu Fiixaa ibsa kennaniin lakkoofsi gabatee konkolaattotaa Poolisii Federaalaa waggoota 50…

Continue ReadingPoolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiiruu beeksise

Itoophiyaan Yaa’iwwan Gamtaa Afrikaa fi Yaa’ii Afrikaa-Itaalii keessummeessuuf qophii xumurteetti- Ministeericha

AMN PLUS- Amajjii 28/ 2018 Itoophiyaan Yaa'iwwan Gamtaa Afrikaa fi Yaa'ii Xaaliyaanii-Afrikaa keessummeessuuf qophii xumuruu Ministeerri Haajaa Alaa Itoophiyaa beeksise. Dubbi himaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaa Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo ibsa…

Continue ReadingItoophiyaan Yaa’iwwan Gamtaa Afrikaa fi Yaa’ii Afrikaa-Itaalii keessummeessuuf qophii xumurteetti- Ministeericha

Eertiraan Nagaafi Tasgabbii Biyyoota ollaa dhorkuun al-seerummaa ishee tursiisuu barbaaddi- Hayyuu Galchuu Jaarsoo

AMN PLUS – Amajjii 28/2018 ‎Walga’ii idilee Mana Maree Bakka Bu’oota Uummaataa 10ffaa bara hojii 5ffaa taasifame irratti gaaffii fi yaada miseensota mana maree irraa ka’aniif Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi…

Continue ReadingEertiraan Nagaafi Tasgabbii Biyyoota ollaa dhorkuun al-seerummaa ishee tursiisuu barbaaddi- Hayyuu Galchuu Jaarsoo

“Oomishni Kuntaala Miiliyoona 999 Sassaabameera” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS – Amajjii 26/2017 Baatiiwwan Jahan darban oomisha kuntaala miiliyoona 900f miiliyoona 99 sassaabamuu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) damee qonnaan wal-qabatee…

Continue Reading“Oomishni Kuntaala Miiliyoona 999 Sassaabameera” Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Itoophiyaan Pirojektoota Biyyootni Afriikaa hundi irraa barachuu danda’an hojjataa jirti

AMN PLUS- Amajjii 26/2018 Itoophiyaan Pirojektoota Meeggaa Biyyootni Afriikaa hundi irraa barachuu danda’an ijaaraa jiraachuu Ministirri muummee Abiyyi Ahimad himan. Hidhi Haaromsaa Itoophiyaa Guddichi, Afriikaa irraa 1ffaa ta’e, liqaa fi…

Continue ReadingItoophiyaan Pirojektoota Biyyootni Afriikaa hundi irraa barachuu danda’an hojjataa jirti

“Kurmaana lamaan jalqabaatti oomishni qamadii kuntaalli miiliyoona 126 ol argameera” MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS - Amajjii 22/2018 Misoomni qamadii Itoophiyaa, galma of danda'uu irratti kan bu'uureffate ta'uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad himan. "Sagantaan misooma qamadii Itoophiyaa, oomishtummaa dabaluun, sirna jallisii bal'isuu,…

Continue Reading“Kurmaana lamaan jalqabaatti oomishni qamadii kuntaalli miiliyoona 126 ol argameera” MM Abiyyi Ahimad