Itoophiyaan oomishaalee alaa galaa turan kan biyya keessan bakka buusuun hirkatummaa hir’isaa jirti- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS - Mudde 25/2018 Qaama ce’umsa diinagdee Itoophiyaa kan ta’e hojiin misooma Indaastirii kalaqa saffisiisuun oomishtoota biyya keessaa cimsaa jira jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Hojiin misooma Indaastirii kalaqa saffisiisuun…

Continue ReadingItoophiyaan oomishaalee alaa galaa turan kan biyya keessan bakka buusuun hirkatummaa hir’isaa jirti- Waajjira Ministira Muummee

Jijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara Badhaadhinaatti biyya ceesisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS-Mudde 24/2018 Jijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara badhaadhinaatti akka biyya ceesisu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Ministirri Muummee ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yaadni humna jijjiiramaa tahuu…

Continue ReadingJijjiiramni hayyootni hawaasaa keessatti fidan gara Badhaadhinaatti biyya ceesisa- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

MM Abiyyi Ahimad hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsitii Finfinnee sababeeffachuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru

AMN PLUS- Mudde 24/2018 Kabaja Hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa Yuunivarsitichaa duraanii Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) mata duree "Gahee Hayyootaa Badhaadhina Biyyaa Keessattii" jedhuun waraqaa qorannoo…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsitii Finfinnee sababeeffachuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru

Dhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata

AMN PLUS- Mudde 21/2018 Yeroon kan dijitaalaayizeeshinii dha. Jaarraa dijitaalaa keessatti artefishaal intelijensiin (AI) meeshaa teekinoolojii tahuurra darbee waliin tarkaanfachuuf yeroo itti si’atanii fi saffisanii argamanidha. Yeroo dijitaalaa kana keessatti…

Continue ReadingDhaloota Jaarraa Dijitaalaa hubatetu, egeree Itoophiyaaf dhaabbata

“Tattaaffiin dippiloomaasii faayidaa biyyaalessaa kabachiisuufi kabaja lammiilee eegsisuuf eegalame cimee itti fufa“ Geediyoon Xiimootiwoos (PhD)

AMN PLUS- Mudde 21/2018 Mnisteerri Dhimma alaa dhimmoota hariiroo alaa cimsaniifi maqaa gaarii Biyyaa ijaaraan irratti hojiilee hojjechaa jiru cimsee kan itti fufu ta'uu Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximotiwoos (PhD)…

Continue Reading“Tattaaffiin dippiloomaasii faayidaa biyyaalessaa kabachiisuufi kabaja lammiilee eegsisuuf eegalame cimee itti fufa“ Geediyoon Xiimootiwoos (PhD)

Mala ammayyaatiin dameen Qonnaa Itoophiyaa jijjiiramaa jira- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Mudde 20/2018 Itoophiyaatti malli qonnaa ammayyaa bara 2010 as hojiirra oole damee qonnaa jijjiiraa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Waajjirichi "Mekaanaayizeeshiniin qonnaa, oomishtummaa guddisuun, bu'a-qabeessummaa dabaleera, akkasumas haala…

Continue ReadingMala ammayyaatiin dameen Qonnaa Itoophiyaa jijjiiramaa jira- Waajjira Ministira Muummee

Tumsi Itoophiyaafi Chaayinaa Konfiraansii Bunaa Itiyoo-Chaayinaan caalmaan calaqqiseera- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS - Mudde 18/ 2018 Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi Daldala Bunaa Itoophiyaa – Chaayinaa miira tumsaa biyyoota lameenii kan calaqqisiisudha jedhan Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Konfiransiin Tumsa Dinagdee fi…

Continue ReadingTumsi Itoophiyaafi Chaayinaa Konfiraansii Bunaa Itiyoo-Chaayinaan caalmaan calaqqiseera- Pirezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

‎Faayidaan biyyaalessaa garee, yeroofi dhalootaan hin daangeffamu- Obbo Kabbadaa Deessisaa

‎AMN PLUS-Mudde 17/2018 ‎Faayidaan biyyaalessaa garee, yeroofi dhalootaan daangeffamuu akka hin dandeenye Deetaan Ministiraa Tajaajila Komunikeeshinii Federaalaa Obbo Kabbadaa Deessisaa ibsan. ‎Obbo Kabbadaan Gumii Balal marsaa 48ffaa irratti miidiyaaleen dantaa…

Continue Reading‎Faayidaan biyyaalessaa garee, yeroofi dhalootaan hin daangeffamu- Obbo Kabbadaa Deessisaa

‎Akkuma Loltuun cichee biyya eegu miidiyaaleen olola sobaa qolachuun dantaa biyyaa kabachiisuu qabu- Obbo Hayiluu Addunyaa

‎AMN PLUS- Mudde 17/2018 ‎Gumiin Balal Marsaa 48ffaan mata duree "Dantaa Biyyaalessaafi Miidiyaa" jedhuun Galma Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti taa'amaa jira. ‎Marii kana irratti haasaa kan taasisan Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii…

Continue Reading‎Akkuma Loltuun cichee biyya eegu miidiyaaleen olola sobaa qolachuun dantaa biyyaa kabachiisuu qabu- Obbo Hayiluu Addunyaa

Humni Qilleensaa Itoophiyaa agarsiisa ‘Leenca Gurraachaa’ Amajjii 15-19’tti ni gaggeessa- Birgaader Jeneraal Biruk Seefuu

AMN Plus - Mudde-16/2018 Humni Qilleensaa Itoophiyaa guyyaa hundeeffama waggaa 90ffaa sababeeffachuun agarsiisa qilleensarraa 'Leenca Gurraachaa' biyyoota addunyaa gara garaa hirmaachisuun Amajjii 15-19'tti akka geggeessu Ajajaa olaanaan Ramaddii Humna Qilleensaa…

Continue ReadingHumni Qilleensaa Itoophiyaa agarsiisa ‘Leenca Gurraachaa’ Amajjii 15-19’tti ni gaggeessa- Birgaader Jeneraal Biruk Seefuu