Misoomni Koriidarii Finfinnee Simboo Manneen Amantaa Caalmaatti Mul’ise – Hordoftoota Amantaa Garagaraa

AMN PLUS - Guraandhala 19/2018 Misoomni Koriidarii Magaalaa Finfinneetti hojjatame manneen amantaa bifa miidhagaa gonfachiisuu isaa amantootni ibsan. Amantootni kunneen misoomni koriidarii manneen amantaa daran bahanii akka mul’atan taasisuu isaa…

Continue ReadingMisoomni Koriidarii Finfinnee Simboo Manneen Amantaa Caalmaatti Mul’ise – Hordoftoota Amantaa Garagaraa

Finfinneen Waggoota Shanan Darban Manneen Jireenyaa Kuma 400fi Kuma 34 ol Ijaarteetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Guraandhala 17/2018 Finfinneetti waggoota shanan darban keessatti manneen jireenyaa kuma 400fi kuma 34 ol ijaaramee jiraattotaaf dhiyaachuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee ibsan. Kantiibaa Adaanech…

Continue ReadingFinfinneen Waggoota Shanan Darban Manneen Jireenyaa Kuma 400fi Kuma 34 ol Ijaarteetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

“Magaalaa Finfinneetti bara 2018 manneen kuma 100 ijaaruuf karoorfanne keessaa ijaarsi mana kuma 97 haala dinqisiisaan saffisaa jira” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS – Guraandhala 16/2018 Misooma Roga Maraa Finfinneetti Raawwatamaa Jiruun Misoomni Manneenii Xiyyeeffannoon Hojjetamaa Jiraachuu Kantiibaan Magaalatti Aadde Adaanech Abeebee Ibsaniiru. Kantiibaa Adaanech ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Karoora…

Continue Reading“Magaalaa Finfinneetti bara 2018 manneen kuma 100 ijaaruuf karoorfanne keessaa ijaarsi mana kuma 97 haala dinqisiisaan saffisaa jira” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Muuxannoon Misooma Koriidarii Finfinnee Magaalaa Hawaasaas Milkeessera – Obbo Xiraatuu Bayyanaa

AMN PLUS-Guraandhala 17/2018 Muuxannoon Magaalaa Finfinnee irraa argamee milkaa’ina misooma koriidarii Magaalaa Hawaasaaf bu’aa guddaa akka fide Kantiibaan Magaalattii Obbo Xiraatuu Bayyanaa ibsan. Muuxannoon misooma koriidarii Finfinnee irraa fudhatame hojii…

Continue ReadingMuuxannoon Misooma Koriidarii Finfinnee Magaalaa Hawaasaas Milkeessera – Obbo Xiraatuu Bayyanaa

Misoomni Koriidarii Finfinnee Dabalatee Magaaloota Biyyattiitti Simboo Uwwiseera – Aadde Caaltuu Saanii

AMN PLUS- Guraandhala 16/2018 ‎ Hojiin Misooma Koriidarii, Finfinnee Dabalatee Magaaloota Biyyattii Iddoowwan Garaagaraatti Hojjetameefi Hojjetamaa Jiru Qulqullinaafi Saffisaan Magaalootatti Simboo Uwwiseera Jedhan Ministirri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Aadde Caaltuu…

Continue ReadingMisoomni Koriidarii Finfinnee Dabalatee Magaaloota Biyyattiitti Simboo Uwwiseera – Aadde Caaltuu Saanii

MM Abiyyi Ahimad Bilaatteetti Oomisha muduraa jallisiin misoomaa jiru daawwatan

AMN PLUS- Guraandhala 15/3018 Ergaa Ministira Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Damee qonnaan jijjiirama fiduuf hojiilee hojjetamaa jiran keessaa qabeenya bishaanii lafa irraafi lafa jalaa misooma jallisiif oolchuun isa ijoodha.…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Bilaatteetti Oomisha muduraa jallisiin misoomaa jiru daawwatan

MM Abiyyi Ahimad warsha Doolaara Miiliyoona 300fi miiliyoona 30’n hojjetu hojii eegalchiisan

‎AMN PLUS - Guraandhala 11/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) piroojektii misooma Warshaa Warqiifi Albuudotaa Tulluu Kaappii hojii eegalchiisuu ibsaniiru. Dooktar Abiyyi Kaampaanii 'KEFI Gold and Copper' jedhamuufi Mootummaan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad warsha Doolaara Miiliyoona 300fi miiliyoona 30’n hojjetu hojii eegalchiisan

Qellem qe’ee buna magarsu, nagaa argachuu qaba- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Guraandhala 11/2018 Afaan tokko dubbannee yaadaan waliif galuun ni dandama jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Jilli Ministira Muummee Dooktar Abiyyi Ahimadiin durfame Naannoo Oromiyaa Godina Qellem…

Continue ReadingQellem qe’ee buna magarsu, nagaa argachuu qaba- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

MM Abiyyi Ahimed Pirojektii Jallisii Qeexoo jiraattota aanaalee Sadii Caanqaafi Hawwaa Galaan tajaajilu eebbisan

AMN PLUS - Guraandhala 11/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Godina Qeellam Wallaggaatti Pirojektii Misooma jallisii Qeexoo tajaajila eegalchiisaniiru. Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin "Aanaalee Sadii Canqaa fi Hawwaa…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimed Pirojektii Jallisii Qeexoo jiraattota aanaalee Sadii Caanqaafi Hawwaa Galaan tajaajilu eebbisan

MM Abiyyi Ahimad warsha Doolaara Miiliyoona 300fi miiliyoona 30’n hojjetu hojii eegalchiisan

‎AMN PLUS - Guraandhala 11/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) piroojektii misooma Warshaa Warqiifi Albuudotaa Tulluu Kaappii hojii eegalchiisuu ibsaniiru. Dooktar Abiyyi Kaampaanii 'KEFI Gold and Copper' jedhamuufi Mootummaan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad warsha Doolaara Miiliyoona 300fi miiliyoona 30’n hojjetu hojii eegalchiisan