MM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Hagayya 26/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ji’oottan Adoolessaa fi Hagayya 2017’tti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan dhugoomsuuf, tarsiimoo ijoo, raawwii pirojektii biyyoolessaa gurguddoo fi waliigalteewwan ijaarsa pirojektiiwwan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

Hidhi Haaromsaa dandeettii waa xumuruu Itoophiyaa addunyatti kan agarsiiseedha- Hayyoota Yuunivarsiitii Finfinnee

‎AMN PLUS- Hagayya 24/2017 ‎Hidhi Haaromsa Guddichi Itoophiyaa dandeettii waa xumuru lammiilee Itoophiyaa kan mirkaneessee fi hojii gaarii addunyaatti agarsiise ta’uu hayyoonni Yuunivarsiitii Finfinnee ibsaniiru. ‎Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa kan…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa dandeettii waa xumuruu Itoophiyaa addunyatti kan agarsiiseedha- Hayyoota Yuunivarsiitii Finfinnee

Adeemsi hojii waliigalaa misooma koriidarii yeroo dhufuuf abdii guddaa kenna – Dooktar Abiy Ahimad

AMN PLUS - Hagayya 24/ 2017 Adeemsi hojii waliigalaa misooma Koriidarii yeroo dhufuuf abdii guddaa kan kennuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) Dooktar Abiyyi gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…

Continue ReadingAdeemsi hojii waliigalaa misooma koriidarii yeroo dhufuuf abdii guddaa kenna – Dooktar Abiy Ahimad

Hidhi Haaromsaa bu’aaf kan gahe Hooggansa bilchina qabu Ministeera Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennaniin jedhani

‎AMN PLUS - Hagayya 23/2017 ‎Geggeessummaa bilchaataa Ministeerri Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennameen hidhi haaromsaa guddichi bu'aaf gahuu dandeessisuu isaa Hoji raawwachiisaan waajjira qindeessaa pirojektii hidha haaromsaa Aragaawwii Barihee (Dr)…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa bu’aaf kan gahe Hooggansa bilchina qabu Ministeera Muummee Abiyyi Ahimadiin (Dr) kennaniin jedhani

Finfinnee yoon argu Afriikaa ta’uun koo na boonsa- Daawwattoota Afriikaa

AMN PLUS- Hagayya 23/2017 Magaalaan Finfinnee iddoowwan seenaa fi qabiyyee seenaa ishee akkaataan ittin kunuunsite biyyoota birootifillee fakkeenya akka ta’e hirmaattonni Yaa’ii Barnoota Afrikaa 41ffaa dubbataniiru. Lammiileen Afriikaa fi lammiileen…

Continue ReadingFinfinnee yoon argu Afriikaa ta’uun koo na boonsa- Daawwattoota Afriikaa

Finfinneen dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaarratti warqii injifatte

AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Magaalaan Finfinnee dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaa gosa isaatiin isa jalqabaa ta’e irratti warqee injifachuun ishee beekameera. "Bloomberg Philanthropies” magaalota seera bulchiinsa saffisaa baasan akkasumas hojiirra…

Continue ReadingFinfinneen dorgommii bulchiinsa saffisa idil-addunyaarratti warqii injifatte

Hidhi Haaromsaa Quuqama Misoomaa Bara Dheeraa kan milkeessedha-Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

AMN PLUS - Hagayya 21/2017 Dhaloonni dandeettii isaa fi irree cimaan quuqamamisoomaa bara dheeraa hidha haaromsaa guddichaan akka milkeesse Ministirri Bishaaniifi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaa(Dr.) ibsan. Pirojektiin guddichi anniisaa maddisiisu…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa Quuqama Misoomaa Bara Dheeraa kan milkeessedha-Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

Xaa’oon Kuntaala Miiliyoona 17.5 raabsamaa jira – Korporeeshinii Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa

AMN PLUS – Hagayya 21/2017 Bara Oomishaa 2017/18’f xaa’oon UREA fi Daappii gara biyyaatti seene Kuntaala Miiliyoona 17 fi Kuma 500 qonnaan bultootaaf raabsamaa akka jiru Korporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa…

Continue ReadingXaa’oon Kuntaala Miiliyoona 17.5 raabsamaa jira – Korporeeshinii Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa

Biyyee malee qotuun ni danda’amaa?

‎AMN PLUS- Hagayya 21/2017‎Finfinneetti qonni teeknooloojiin deeggarame oomisha qulqullina qabu hawaasaaf gumaachaa jira.‎‎Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti kutaa magaalaa Qirqoos Mana Barumsaa Abiyoot Qirsii sadarkaa 2ffaa keessatti qonni biyyee malee getgeeffamaa jira.…

Continue ReadingBiyyee malee qotuun ni danda’amaa?