Finfinnee: Magaalaa murteewwan egeree Afriikaa bocan keessummeessitu- ANA

AMN PLUS - Amajji 4/2018 Dhaabbata Tokkummaa Afriikaa bu'uuressuurraa kaasee haga ammaatti, Finfinneen yaa'iwwan Gamtaa Afriikaa ga'umsa olaanaan keessummeessaa jirti. Magaalaan balbalaafi Afriikaa taate kun ardicha addunyaa hafe waliin walquunnamsiisuun…

Continue ReadingFinfinnee: Magaalaa murteewwan egeree Afriikaa bocan keessummeessitu- ANA

Walga’iin idilee Koree Dhaabbii Gamtaa Afrikaa nageenya bishaan Afrikaa irratti xiyyeeffate har’a eegala

AMN PLUS- Amajjii 4/2018 Walga’iin idilee 51ffaa Koree Dhaabbii Gamtaa Afrikaa nageenya bishaan Afrikaa (PRC) irratti xiyyeeffate har’a Magaalaa Finfinneetti akka jalqabamu ibsame. Walgahin kun mata duree “ Dhiyeessii Bishaanii…

Continue ReadingWalga’iin idilee Koree Dhaabbii Gamtaa Afrikaa nageenya bishaan Afrikaa irratti xiyyeeffate har’a eegala

Dargaggootni Afrikaa Tiraanisformeeshinii Afrikaaf Barnootaan of Gahoomsuu qabu-Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa

AMN PLUS- Mudde 23/2018 Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa "Dargaggootni Afrikaa Tiraanisformeshinii Afrikaaf " Mata Duree jedhuun hawaasa Yunivarsiitii Haramaayaaf haasaa dadammaqiinsaa taasisaniiru. Dargaggootni Afrikaa guddinaa fi jijjiirama ardichaa gara fuulduraatti tarkaanfachiisuu…

Continue ReadingDargaggootni Afrikaa Tiraanisformeeshinii Afrikaaf Barnootaan of Gahoomsuu qabu-Piroofeesar Gabbisaa Ejjetaa

Yaa’iin Gamtaa Afrikaa bara 2026 dhiyeessii bishaan qulqulluu irratti akka xiyyeeffatu ibsame

‎AMN PLUS- Mudde 17/2018 ‎Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaan ajandaa dhiyeessii bishaanii itti fufiinsa qabuufi qulqullina bishaanii eegsisuu irratti xiyyeeffachuun Magaalaa Finfinneetti Amajjii 14 fi15 bara 2018 akka adeemsifamu ibsame.…

Continue ReadingYaa’iin Gamtaa Afrikaa bara 2026 dhiyeessii bishaan qulqulluu irratti akka xiyyeeffatu ibsame

Giiftiin Muuziqaa Maalii, Omaa Saangaaree hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjataman daawwatte

AMN PLUS- Mudde 1/2018 Giiftiin Muuziqaa Maalii, Artist Omaa Saangaaree hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjataman daawwatteetti. Badhaafamtuun “Grammy Award”, falmattuun mirga dubartootaa akkasumas beekamtii idil addunyaa kan gonfatte Omaa Saangaareen, hojiilee…

Continue ReadingGiiftiin Muuziqaa Maalii, Omaa Saangaaree hojiilee misoomaa Finfinneetti hojjataman daawwatte

Maatiin hoggantoota Paan Afriikaa Hidha Haaromsa Itoophiyaa daawwatan

AMN PLUS – Sadaasa 27/2018 Maatiin hoggantoota biyyoota Afrikaa sochii Paan Afriikaa keessatti shoora bahataniin beekamanii, Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa daawwataniiru. Ministir Deetaan Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa obbo Tesfaahun Gobezaayi daawwattoota…

Continue ReadingMaatiin hoggantoota Paan Afriikaa Hidha Haaromsa Itoophiyaa daawwatan

Ijoolleen hundeessitoota Gamtaa Afrikaafi leellistoota Paan Afrikaanizimii Goda Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachaa jiru

AMN PLUS-Sadaasa 26/2018 Ijoolleen hundeessitoota Gamtaa Afrikaafi leellistoota Paan Afrikaanizimii Goda Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachaa jiru. “Adawaan mallattoo injifannoo Itoophiyaanotaa, ifa bilisummaa biyyoota Afrikaafi bu’uura Paan Afrikaanizimii” jedhamuun ibsama.…

Continue ReadingIjoolleen hundeessitoota Gamtaa Afrikaafi leellistoota Paan Afrikaanizimii Goda Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adawaa daawwachaa jiru