Qabeenyi Aliikoo Daangootee doolaara Biiliyoona 30 caale

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 13/2018 ‎Biiliyeenarri lammii Naayijeeriyaa Aliikoo Daangooteen taaksii malee qabeenya Dolaaraa biiliyeena 30 walitti qabachuun Afrikaarraa nama jalqabaa ta'eera. ‎Torban lamaan dura biiliyoonarata Biluumbarg tarreesse keessaa qabeenyi…

Continue ReadingQabeenyi Aliikoo Daangootee doolaara Biiliyoona 30 caale

Obbo Ahimad Shideen Pirezidaantii Baankii Misooma Afrikaa haaraa waliin mari’atan

AMN Plus- Onkoloolessa 09/2018 Pirezidaantii haaraan Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Siidii Taahi baankichi ajandaa jijjiiramaa Itoophiyaa ni deeggara jedhan Yaa’ii waggaa Baankii Addunyaafi Dhaabbata Maallaqaa Idil-addunyaa cinaatti Ministirri Maallaqaa…

Continue ReadingObbo Ahimad Shideen Pirezidaantii Baankii Misooma Afrikaa haaraa waliin mari’atan

Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen marii Inisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti hirmaatan

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 7/2018 ‎Ministiroonni Maallaqaa Gaanfa Afrikaa yaa'ii Fandii Maallaqaa Idil-addunyaa (IMF) fi Garee Baankii Addunyaa Waajjira Muummee Baankii Addunyaa Waashingitan D.C.tti adeemsifama jirun cinatti Innisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti mari'atan.…

Continue ReadingMinistirri Maallaqaa Ahimad Shideen marii Inisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti hirmaatan

Gamtaan Afriikaa du’aan boqochuu Raayilaa Oodingaatti gadda itti dhaga’me ibse

AMN PLUS- Onkoloolessa 5/2018 Komishinarri Komishinii Gamtaa Afrikaa Maahmuud Alii Yusuuf, Ministira Muummee Keeniyaa duraanii Raayilaa Oodingaa du'aan boqochuusaaniitti gadda itti dhaga’ame ibsan. Gamtaa Afrikaa, dhaabbileefi qaamota Gamtichaa hundumaa bakka…

Continue ReadingGamtaan Afriikaa du’aan boqochuu Raayilaa Oodingaatti gadda itti dhaga’me ibse

Namni Siyaasaa gameessi Keeniyaa Raayilaa Odiingaa lubbuun boqotan

AMN Plus – Onkoloolessa 05/2018 Ministirri Muummee Keeniyaa duraaniifi siyaasa Keeniyaa keessatti shoora olaanaa taphachaa kan turan Raayilaa Odiingaa lubbuun boqotan. Odiingaan biyya Hindiitti deemsa miillaa taasisaa osoo jiranii tasa…

Continue ReadingNamni Siyaasaa gameessi Keeniyaa Raayilaa Odiingaa lubbuun boqotan

Itoophiyaan Naannawa Daldala Bilisaa irraa biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko taati- Qorataa

AMN PLUS – Fulbaana 30/2018 Waliigaltee Naannoo Daldala Bilisaa Afrikaa (AfCFTA) irraa Itoophiyaan biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko akka taatu dandeessisa jedhan Qorataan Institiyuutii Qorannoo Tarsiimoofi Miseensi…

Continue ReadingItoophiyaan Naannawa Daldala Bilisaa irraa biyyoota sadarkaa duraatti fayyadamoo ta’an 10 keessaa tokko taati- Qorataa

Muuxannoon Ashaara Magariisaa Itoophiyaa biyyoota ollaa kakaasaa jira

AMN PLUS - Fulbaana 30/2018 Keeniyaan haga bara 2032tti biqiltuu biiliyoona 15 dhaabuuf sosochii biyyaalessaa eegaluu Pirezidaantiin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon himan. Galma qabame kana milkeessuuf mootummaan guutummaa biyyattiitti biqiltuu akka…

Continue ReadingMuuxannoon Ashaara Magariisaa Itoophiyaa biyyoota ollaa kakaasaa jira

Ce’umsi Dijitaalaa seenaa diinagdee Afriikaa jijjiira- MM Abiyyi Ahimad

AMN Plus- Fulbaana 29/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Yaa’ii Dureewwan Biyyoota COMESA 24ffaa Keeniyaan qopheessite irratti hirmaataa jiru. Dooktar Abiyyi miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, Yaa’icha irratti Ce’umsi…

Continue ReadingCe’umsi Dijitaalaa seenaa diinagdee Afriikaa jijjiira- MM Abiyyi Ahimad

Itoophiyaan daldala bilisaa Afriikaatiin yeroo jalqabaaf oomisha erguu eegalte

‎AMN Plus- Fulbaana 29/2018 ‎Itpophiyaan har'a irraa jalqabdee Naannawa daldala bilisaa Afriikaa AfCFTA jalatti oomisha biyyoota Afriikaaf erguu eegalte. Sirna jalqabbii kana irratti Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aaanaatti Qindeessaan Giddugala…

Continue ReadingItoophiyaan daldala bilisaa Afriikaatiin yeroo jalqabaaf oomisha erguu eegalte

Afrikaan dhaabattee taajjabuurraa gara murtoo kennuutti ce’uu qabdi – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Fulbaana 29/2018 ‎Afrikaan dhaabattee taajjabuu keessaa baatee gara murtoo kennuutti akka ceetu taasisuuf kaayyoo tokkoon socho'uun akka barbaachisu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) hubachiisaniiru. ‎Dooktar Abiyyi Yaa'ii…

Continue ReadingAfrikaan dhaabattee taajjabuurraa gara murtoo kennuutti ce’uu qabdi – MM Abiyyi Ahimad (PhD)