“Diimokiraasummaan Gadaa, haasaafi hawwii miti, dhugaa lafa jiruudha” – Raajii Yeshiixilaa Machii (PhD)
AMN PLUS- Sadaasa 9/2018 Sirni Gadaa Diimokiraatawaadha yoo jennu haasaafi hawwiin osoo hin taane barootaaf Oromoo waliin kan jiraate ta’uu Barsiisaa Wangeelaafi Barreessaan, Raajii Yeshiixilaa Machii (PhD) himan. Dooktar Yeshiixilaan…