Badhaasni Odaa 9ffaa adeemsifamaa jira
AMN PLUS- Sadaasa 30/2018 Badhaasni Odaa 9ffaa Dhaabbata Maltii Miidiyaa Bashaatuu Tolamaariyaamiin qophaa'u adeemsifamaa jira. Badhaasa baranaa irratti Artiist Bizunesh Baqqalaan Badhaafamtuu Umrii guutuu jedhamteetti. Badhaasicha irratti Artiistonni biyyoota Afriikaa…