Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Galmoota Pirojektii Zeeroo akka magaalaatti qabamanii jiran keessaa tokko Gargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Har’a ganama Finfinnee,…

Continue ReadingGargaaramtummaafi kadhaa Zeeroo taasisuun galma keenya- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Godina Arsii Lixaa Shaashamanneetti dhimma biyyaa irratti mari’atamaa jira

‎AMN PLUS- Mudde 4/2018 Godina Arsii Lixaa Magaalaa Shaashamanneetti mariin hawaasaa mata duree "Misraachoo Gubaa; Bu'aalee Mootummaa Ida'amuu" jedhuun adeemsifamaa jira. ‎Uummatni Godina Arsii Lixaafi Magaalaa Shaashamannee Misraachoon Gubaa "Dafqa…

Continue ReadingGodina Arsii Lixaa Shaashamanneetti dhimma biyyaa irratti mari’atamaa jira

Miseensotni Ajaja Waliigalaa Duultota Addaa, Inistitiyuutii Artefishaal Intalijensii daawwatan

AMN PLUS- Mudde 4/2018 Hoggantootnifi Miseensotni Ajaja Waliigalaa Duultota Addaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Instiitiyuutii Artefishaal Intelijensii Itoophiyaa daawwataniiru. Daayirektarri Itti Aanaa Inistitiiyuutichaa Obbo Yittaagasuu Dassaalany waa’ee waajjira haaraa fi hojiiwwan…

Continue ReadingMiseensotni Ajaja Waliigalaa Duultota Addaa, Inistitiyuutii Artefishaal Intalijensii daawwatan