Dirreewwan Finfinneetti babal’atan garee biyyaaleessaa cimaafi injifataa horachuuf karaa saaqaa jira – Obbo Balaay Dajan

AMN PLUS - Amajjii 9/2018 Waggoottan jijiiramaa asitti dirreewwan shaakala ispoorti 1,547 ol ijaarameera jedhan Hoogganaan Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Finfinnee Obboo Baalay Dajan. Dorgommiin garee biyyaaleessa cimaafi injifataa horachuuf…

Continue ReadingDirreewwan Finfinneetti babal’atan garee biyyaaleessaa cimaafi injifataa horachuuf karaa saaqaa jira – Obbo Balaay Dajan

Kooridariin baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba- Dooktar Abiyyi Ahimad

AMN PLUS - Amajjii 9/2018 Misoomni Kooridarii baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiy Ahimad (PhD). Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa…

Continue ReadingKooridariin baadiyyaa jireenya qonnaafi horsiisee bultootaa jijjiiruu keessatti qooda olaanaa qaba- Dooktar Abiyyi Ahimad

Misoomni kooriidarii Magaalaa Finfinnee kabaja ayyaana Cuuphaaf miidhagina addaa kenna

AMN PLUS- Amajjii 9/2018 Pirojektootni misooma kooriidarii Magaalaa Finfinneetti ijaaraman ayyaana Cuuphaa bara kanaa haala miidhagaa fi hawwataa ta’een akka kabajamuuf gumaacha gudda qaba. Kunis Magaalaa Finfinnee daran miidhagsuun magaalaa…

Continue ReadingMisoomni kooriidarii Magaalaa Finfinnee kabaja ayyaana Cuuphaaf miidhagina addaa kenna

Farguusan Xiqqicha kan jedhame Maayikil Kaarik akkuma dhaadate raawwate

AMN PLUS- Amajjii 9/2018 Maanchistar Yunaayitid Maanchistar Siitii keessummeessee olaantummaa taphaa waliin goolii 2-0'n injifate. Taphicha irratti Mbuumoo, Doorguun gooliiwwan injifannoo lakkoofsisaniiru. Maayikil Kaarik tapha kana dursuun, waan Ruuben Amoorim…

Continue ReadingFarguusan Xiqqicha kan jedhame Maayikil Kaarik akkuma dhaadate raawwate