Dargaggoonni magaalaa Finfinnee araada gara garaarraa akka of eegan hojii garagaraa hojjetamaa jira

AMN PLUS – Amajjii 20/2018 Biiroon Dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Finfinnee, dargaggoonni gochaawwan miidhaa geessisan, baala sammuu adoochuufi araada adda addaarraa akka ofeegan gochuuf waltajjii hubannoo uumuu qopheesse. Hogganaa Itti aanaan…

Continue ReadingDargaggoonni magaalaa Finfinnee araada gara garaarraa akka of eegan hojii garagaraa hojjetamaa jira

Dr. Geediyoon Ximootiwoos Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan

‎AMN PLUS - Amajjii 20/2018 ‎Ministirri Dhimma Alaa Dr. Geediyoon Ximootiwoos Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Kristoofar Laandaaw waliin waajjira isaaniitti mari’ataniiru. ‎Mariin isaanii hariiroo waliigalaa Itoophiyaa fi Ameerikaa…

Continue ReadingDr. Geediyoon Ximootiwoos Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan

MM Abiyyi Ahimad qondaaltota olaanoo Amerikaa simachuun waliin mari’atan

‎AMN PLUS - Amajjii 20/2018 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Itti Aanaa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Kristoofar Laandaawifi Humna Waraanaa Amerikaatti Ajajaa Afriikaa Daagviin Andarsan waliin mari'achuu himan. "Tumsa waaraafi…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad qondaaltota olaanoo Amerikaa simachuun waliin mari’atan

Itoophiyaan kubbaa miilaan abdii guddaa akka qabdu argeera- Baakaarii Saanyaa

AMN PLUS- Amajjii 20/2018 Taphataan gareewwan Ingilizii gurguddoo kanneen akka Arsenaal fi Maanchistar Siitii keessatti beekamtii guddaa horate, Baakaarii Saanyaan jidduu kana Itoophiyaatti aragamuun Finfinnee daawwachaa jira. Dhimmi Baakaarii Saanyaa…

Continue ReadingItoophiyaan kubbaa miilaan abdii guddaa akka qabdu argeera- Baakaarii Saanyaa

Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Saba Geedi’oo ‘Daraaroo’n Magaalaa Finfinneetti kabajame

AMN PLUS-Amajjii 20/2018 Jijjiirraa bara haaraa Saba Geedi'oo 'Daraaroo'n kuusaa hambaalee addunyaa UNESCOtti galmeessuuf tumsi akka barbaachisu Bulchaan Godina Geedi'oo Zinaabuu Waldee (PhD) ibsan. Kabaja ayyaana Daraaroon kana waliin sirnootni…

Continue ReadingAyyaanni jijjiirraa bara haaraa Saba Geedi’oo ‘Daraaroo’n Magaalaa Finfinneetti kabajame

Obbo Ahimad Shidee Itti Aantuu Daayirektara Olaanaa Tumsa Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Maayiriyaam Feraan waliin mari’atan

AMN PLUS - Amajjii 20/2018 Ministirri Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee, walgahii ministirootaa Innisheetiivii Gaanfa Afrikaa 27ffaa irratti hirmaachuuf Magaalaa Moqaadiishoo jiru. Obbo Ahimad Shideen Itti Aantuu Daayireektara olaanaa Tumsa Addunyaa…

Continue ReadingObbo Ahimad Shidee Itti Aantuu Daayirektara Olaanaa Tumsa Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Maayiriyaam Feraan waliin mari’atan

Konkolaachisaan bu’uuraalee misoomaa Paarkii Araadaa irratti miidhaa qaqqabsiise birri kuma 100 adabame

AMN PLUS- Amajjii 20/2018 Paarkii Aradaa keessatti karaa bisikileetii fi daandii fiigichaa irra konkolaataa oofuun bu’uuraalee misoomaa irratti konkolaachisaan miidhaa qaqqabsiise birri kuma 100 adabamuun ibsame. Kutaa Magaalaa Aradaa Aanaa…

Continue ReadingKonkolaachisaan bu’uuraalee misoomaa Paarkii Araadaa irratti miidhaa qaqqabsiise birri kuma 100 adabame

Yaa’ii Gamtaa Afriikaa Finfineetti adeemsifamu milkeesuuf qophiin taasifameera- Poolisii Federaalaa Itoophiyaa

AMN PLUS- Amajjii 20/2018 Yaa’iin Dureewwan Gamtaa Afriikaa 39ffaa Magaalaa Finfinneetti taa’amu milkaa’inaan akka adeemsifamuuf qophii barbaachisaa taasisuu Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa beeksise. Hogganaan Qajeelcha Waliigalaa Ittisa yakkaa Poolisii Federaalaa Itoophiyaa…

Continue ReadingYaa’ii Gamtaa Afriikaa Finfineetti adeemsifamu milkeesuuf qophiin taasifameera- Poolisii Federaalaa Itoophiyaa

Itoophiyaan Dantaa Afriikaa Kabachiisuu Keessatti Adda Dureedha- Ogeessa Seeraa

AMN PLUS- Amajii 20/2018 Itoophiyaan Dantaa Afriikaa kabachiisuu keessatti yeroo hunda adda duree ta’uu Abukaatoo fi Miseensi Gamtaa Ogeessota Seeraa Paan Afrikaa Girmaa Dachaasaa himan. ‎Obbo Girmaan “Walii galtee biyyoonni…

Continue ReadingItoophiyaan Dantaa Afriikaa Kabachiisuu Keessatti Adda Dureedha- Ogeessa Seeraa

“Finfinneen Dubaayi Afriikaa taate” – Barruu Africa Business

AMN PLUS- Amajjii 20/2018 Finfinneen Magaalota gurguddoo Kurnan keessaa ishee tokko yoo jedhan isin ajaa’ibuu hin qabu jedha baruun ‘Africa Business’ Finfinneen ijaarsa ajaa’ibsiisaan magaalota Afriikaa saffisaan guddataa jirtu akka…

Continue Reading“Finfinneen Dubaayi Afriikaa taate” – Barruu Africa Business