Itoophiyaan humna nageenya kabachiisu biyyoota ollaatti bobbaasuu itti fufteetti- Leet/Jeneraal Acaaluu Shallamaa
AMN PLUS-Amajjii 21/21018 Itoophiyaan humna nageenya kabachiisu biyyoota ollaatti bobbaasuu cimsitee itti fufuu Hogganaa Olaanaan Qajeelcha Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Leetenaal Jeneraal Acaaluu Shallamaa ibsan. Leetenaal Jeneraal…