Hoteela Giyoon: Seenaa Waggoota 70 fi Gahee Hundeeffama Gamtaa Afrikaa

‎AMN PLUS - Amajji 26/2018 ‎Hoteelli Giyoon handhuura Finfinnee Doloolloo Buddeenaatti argamu, hundeeffama Gamtaa Afrikaan walqabatee yaadannoo hedduu qaba. Hoteelli kun bara 1948tti ijaarsi isaa eegalee bara 1951'tti hoteela abbaa…

Continue ReadingHoteela Giyoon: Seenaa Waggoota 70 fi Gahee Hundeeffama Gamtaa Afrikaa

Itoophiyaan bara 2018 xumurarratti guddina diinagdee %10.2 galmeessuuf karoorashee fooyyessiteetti – MM Abiyyi Ahimad

AMN PLUS – Amajjii 26/2017 Itoophiyaan bara 2018tti guddina %9.2 karoorfattus raawwii baatiiwwan jahaa yeroo ilaalamu guddina %10.2 galmeessuuf karoorashee fooyyessuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) himan. Dr. Abiyyi gaaffilee…

Continue ReadingItoophiyaan bara 2018 xumurarratti guddina diinagdee %10.2 galmeessuuf karoorashee fooyyessiteetti – MM Abiyyi Ahimad

Itoophiyaan Pirojektoota Biyyootni Afriikaa hundi irraa barachuu danda’an hojjataa jirti

AMN PLUS- Amajjii 26/2018 Itoophiyaan Pirojektoota Meeggaa Biyyootni Afriikaa hundi irraa barachuu danda’an ijaaraa jiraachuu Ministirri muummee Abiyyi Ahimad himan. Hidhi Haaromsaa Itoophiyaa Guddichi, Afriikaa irraa 1ffaa ta’e, liqaa fi…

Continue ReadingItoophiyaan Pirojektoota Biyyootni Afriikaa hundi irraa barachuu danda’an hojjataa jirti

Baatii Jahan darban lammiileen miiliyoona 3.3 ol carraa hojii argtaniiru- Dooktar Abiyyi

AMN PLUS – 26/2017 Raawwii hojii baatiwwan jahaan darbaniin akka biyyaatti lammiileen miiliyoona 3.4 tti siiqan carraa hojii argachuu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. Dr. Abiyyi gaaffilee miseensotni Mana…

Continue ReadingBaatii Jahan darban lammiileen miiliyoona 3.3 ol carraa hojii argtaniiru- Dooktar Abiyyi

Itoophiyaan Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii addunyaa irraa 2ffaa ta’e bara dhufu ni eebbisiisti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Amajjii 26/2018 ‎Itoophiyaan waggaa tokko yeroo hin caalle keessatti, Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii (AI)addunyaa irraa 2ffaa ta’e akka eebbissiistu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) beeksisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar…

Continue ReadingItoophiyaan Yunivarsiitii Artifishaal Intelijensii addunyaa irraa 2ffaa ta’e bara dhufu ni eebbisiisti- MM Abiyyi Ahimad (PhD)