Pireezidaantiin Israa’el Daawwannaa Hojiif Finfinnee Dhufan

You are currently viewing Pireezidaantiin Israa’el Daawwannaa Hojiif Finfinnee Dhufan

AMN PLUS-Guraandhala 18/2018

Pireezidaantiin Israa’el Ayizaak Heerzog Daawwannaa Hojiif Finfinnee Dhufaniiru.

Pireezidaantichi Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee Yeroo Gahan Ministira Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (PhD)’n Simatamaniiru.

Pireezidaantichi Turtii Isaanii Finfinneetti Dabarsaniin Dhimmoota Hariiroo Biyyoota Lameenii Caalmaatti Cimsan Irratti Hoggantoota Olaanoo Hojii Mootummaa Garaagaraa Waliin Ni Mari’atu Jedhamee Akka Eegamu Ragaan Ministeera Dhimma Alaa Irraa Argame Ni Mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply