Damee hariiroo alaa cimsuuf haaromsa misooma qabeenya humna namaa irratti hojjetamaa jira – Ministeera Dhimma Alaa
AMN PLUS - Ebla 07/2018 Damee hariiroo alaa sadarkaa Idil Addunyaatti cimaafi qormaata kamiyyuu gahumsaan dandamachuu danda’u uumuuf haaromsa misooma qabeenya humna namaa irratti hojjechuun akka barbaachisu ibsameera. Ministeerri Dhimma…