Obbo Tamasgeen Xurunaan Preezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiitiif geggeessaa taasisan

You are currently viewing Obbo Tamasgeen Xurunaan Preezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiitiif geggeessaa taasisan

AMN PLUS- Ebla 17/2018

Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa Preezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiitiif geggeessaa taasisan

Preezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit daawwannaa hojii mootummaa ifa ta’e taasisuuf kaleessa Finfinnee galuun isaanii ni yaadatama.

Preezidaantichi turtii Itoophiyaa keessatti taasisaniin Ministira Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii adda addaa irratti mari’ataniiru.

Itoophiyaa fi Sudaan Kibbaa dinagdee, nageenyaa fi dhimmoota adda addaa irratti biyyoota waliin hojjetanidha.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply