Yaaliiwwan Haleellaa Saayibarii kuma 50 ol Qolachuun Danda’ameera- Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa

AMN PLUS - Ebla 21/2018 Daayirektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Aadde Tigist Haamid, ji'oota 9 keessatti yaaliiwwan haleellaa saayibarii kuma 50 ol fashaleessuun danda'amuu ibsan. Gamaggama raawwii hojii ji'oota 9…

Continue ReadingYaaliiwwan Haleellaa Saayibarii kuma 50 ol Qolachuun Danda’ameera- Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa

Finfinneen daa’imman bu’uura cimaa akka qabataaniif karooraan hojjechaa jirti

AMN PLUS - Ebla 21/2018 Finfinneen guddina daa'immaniif xiyyeeffannoo kennitee hojjechaa jirtuun bakkeewwan taphaa tajaajila daa'immaniif oolan Kuma 5 ol akkasumas bakkeewwan tursiisa daa'immanii (day care) Kuma 1 ol ijaaramuun…

Continue ReadingFinfinneen daa’imman bu’uura cimaa akka qabataaniif karooraan hojjechaa jirti

Bara misoomaa gabaa guddaa Baha Afrikaa – Markaatoo

‎‎AMN PLUS - Ebla 22/2018 ‎‎Handhura Magaalaa Finfinneetti kan argamtuufi sochii daldalaatiin kan beekamtu Markaatoon duuba isheetti manneen dulloomoofi caccaboo keessatti jireenya ilmaan namaa hedduu keessummeessaa jirti. ‎‎Keessattuu naannawaan "Qixal…

Continue ReadingBara misoomaa gabaa guddaa Baha Afrikaa – Markaatoo