Magaala Keenya bareedduu fi ammayyaa taasisuuf sochiin misooma koridariittiin jalqabne bu’aa agarsiisaa jira – Obboo Adam Faaraah

AMN - Muddee 4/2017 Hogganaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Dimokiraasii fi Itti Aanaa Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa obboo Aadam Faraah akka jedhanitti magaaloota biyya keenyaa bareedaa fi ammayyaa taasisuuf hojiiwwan misooma…

Continue ReadingMagaala Keenya bareedduu fi ammayyaa taasisuuf sochiin misooma koridariittiin jalqabne bu’aa agarsiisaa jira – Obboo Adam Faaraah

Ameerikaan waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa kan deeggartu ta’uu ibsite

AMN- Mudde 3/2017 Ameerikaan waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaan taasisan kan deeggartu ta'uu ibsite. Waliigaltee biyyoonni lamaan guyyaa kaleessaa fayyadamummaa waloo isaanii mirkaneessuuf taasisan kan deeggartu ta'uu himteerti. Waliigalticha milkeessuuf qooda…

Continue ReadingAmeerikaan waliigaltee Itoophiyaa fi Somaaliyaa kan deeggartu ta’uu ibsite

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’atan

AMN- Mudde 3/ 2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Chey Hayi fi gaggeessitoota Garee CGCOC waliin Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’achuu…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Hidha Bishaan Dhugaatii Garbii hatattamaan eegaluuf haalota dandeessisan irratti mari’atan

Waliigalteen Ankaaraa, walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsuudha- Pirezidaant Taayyee

AMN- Mudde 3/ 2017 Waliigalteen Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti Ankaaraatti taasifame walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen. Pireezidaanti Taayyeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, waliigaltichi…

Continue ReadingWaliigalteen Ankaaraa, walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsuudha- Pirezidaant Taayyee

Biyyoonni lameen muddama Gaanfa Afriikaa tasgabbeessuuf mariin murteessaa ta’uu dhugoomsaniiru- Gamtaa Awurooppaa

AMN- Mudde 3/ 2017 Waliigalteen Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti mallatteeffame muddama naannawichaa tasgabbeessuuf mariin murteessaa ta’uu argisiisa jedhe Gamtaa Awurooppaa. Gamtichi waliigaltee Ankaarratti taasifame ialaalchisuun ibsa baaseen, bu’uura seerota Idil…

Continue ReadingBiyyoonni lameen muddama Gaanfa Afriikaa tasgabbeessuuf mariin murteessaa ta’uu dhugoomsaniiru- Gamtaa Awurooppaa

Ijoo dubbii miidiyaalee addunyaa: Waliigaltee Itiyoo-Somaaliyaa

AMN- Mudde 03/2017 Mariin kun dhamaatii marsaa sadii gaafateera. Dhumarratti Ministirri Muummee Abiyyi Ahimadiifi Pirezidaantiin Somaaliyaa Sheek Hasan Mohaammad Turkiyee Ankaaraatti harka wal fuudhaniiru. Jaarsummaa Pirezidaant Resiip Xayyib Erdoohaaniin milkiin…

Continue ReadingIjoo dubbii miidiyaalee addunyaa: Waliigaltee Itiyoo-Somaaliyaa

Chokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask

AMN- Mudde 03/2017 Afriikaa Kibbaa Piriitooriyaatti dhalate. Obboleessa isaa waliin Chakooleetii tibba Ayyaana Qillee manatti hojjetame mana namaarra naannessuun gurguraa ture. Har'a abbaa qabeenya doolaara biiliyoona 400 ta'uun abbaa qabeenyaa…

Continue ReadingChokoleetii manaa manatti gurguruu irraa gara qabeenya doolaara biiliyoona 400 horachuutti- Elon Mask

Adeemsi ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu sadarkaa Oromiyaatti Mudde 7 eegala

AMN- Mudde 03/2017 Marii Biyyaalessaa Waliigaltee Biyyaalessaafi mata duree jedhuun Adeemsi ajandaa walitti qabuu Akka Naannoo Oromiyaatti mudde 7 bara 2017 Magaalaa Adaamatti eegalama. Magaalaan Adaamaas bakka buutota kutaalee hawaasaa…

Continue ReadingAdeemsi ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu sadarkaa Oromiyaatti Mudde 7 eegala

Talaallii Ittisa Dhibee lamsheessaa daa’immanii marsaa 2ffaa Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti eegalame

AMN- Mudde 03/2017 Duulli Talaallii Ittisa Dhibee lamsheessaa daa'immanii marsaa 2ffaa Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti eegalame. Biiroon Fayyaa Magaalaa Finfinnee duula talaallii ittisa dhibee lamsheessaa daa'immanii marsaa 2ffaa, kutaa Magaalaa Lammii…

Continue ReadingTalaallii Ittisa Dhibee lamsheessaa daa’immanii marsaa 2ffaa Sadarkaa Magaalaa Finfinneetti eegalame