Miirri ana qofaatu beeka jedhu eessaanuu nun gahu- Obbo Makkiyyuu Mahaammad
AMN PLUS- Fulbaana 22/2018 Ministeerri Aadaa fi Ispoortii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa waliin ta'uun, qophiifi raawwii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Tookiyoo irratti galmaa'e ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii taasisaa jira. Saganticha…