Antooniyoo Guutareez uummata Itoophiyaaf ergaa baga gammaddanii dabarsan
AMN PLUS- Fulbaana 15/ 2018 Hidhi Haaromsaa xumuramuu hordofee Barreessaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutaareez ergaa Baga geessanii dabarsan. Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin…