Cheelsiin Alehaandiroo Gaarnaachoo mallatteessisuuf waliigalteerra gahe
AMN PLUS- Hagayya 22/2017 Kilabni Lixa Landan Chelsiin taphataa Maanchester Yuunaayitid Alehaandiroo Gaarnaachoo mallatteessisuuf waliigalteerra gahe. Gaarnaachoon paawondii miiliyoona 40 fi kaffaltii dabalataa %10 'n mana Yuunaayitidii bahuuf jira. Lammiin…