Balaan ibiddaa gaarreen Arsiirratti mudate to’atamaa jiraachuu himame

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Balaan ibiddaa gaarreen Arsiirratti mudate to'atamaa jiraachuu Waajjirri Jijjiirama Qilleensaa Godina Arsii ibse. Ittigaafatamtuun Waajjira Jijjiirama Qilleensaa Godina Arsii Aadde Baliyyuu Jireenyaa balaa ibiddaa gaarreen…

Continue ReadingBalaan ibiddaa gaarreen Arsiirratti mudate to’atamaa jiraachuu himame

Balaa xiyyaaraa tibbana magaala Toroontotti mudateen imaltootaa tokkoon tokkoon issanitiif Doolarrii kumni 30 kennamuufi

AMN PLUS Guraadhala 13/2017 Balaa xiyyaaraa tibbana Ameerikaa Magaalaa Miniyaapuulis irra gara Toroontotti imalee qubachaa osoo jiruu mucucaachuudhan balaa galagaluu mudachun isaa ni yaadatama. Wiixata darbe balaa Daandii Xiyyaara Deelta…

Continue ReadingBalaa xiyyaaraa tibbana magaala Toroontotti mudateen imaltootaa tokkoon tokkoon issanitiif Doolarrii kumni 30 kennamuufi

Qusannaa fi Liqiin Riqicha Cehumsa Qonnaa Oromiyaati -Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Qusannaa fi Liqiin Riqicha Cehumsa Qonnaa Oromiyaati jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Naannoon Oromiyaa seektara qonnaatiif haala mijataa akkasumas dilbii baldhaa qabaatus,…

Continue ReadingQusannaa fi Liqiin Riqicha Cehumsa Qonnaa Oromiyaati -Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

Itoophiyaan foramii ministiroota Biyyoota Garee 20 (G-20) irratti hirmaataa jirti

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Ministirri Haaja Alaa Itoophiyaa Geediyoon Ximootiwoos (Dr) foramii ministiroota Biyyoota Garee 20 (G-20) irratti hirmaataa jiru. Foramichi qopheessummaa Afriikaa Kibbaan geggeeffamaa jira.

Continue ReadingItoophiyaan foramii ministiroota Biyyoota Garee 20 (G-20) irratti hirmaataa jirti

Bara 2022tti Finfinnee fakkeenya Badhaadhina Afriikaa taasisuuf hojjetamaa jira

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Bara 2022tti Finfinnee fakkeenya badhaadhina Afrikaa taate uumuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Hojigaggeessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Waajjirichi bu'aa qorannoo too'annoofi dhabamsiisa balfaafi furmaata waaraa jechuun…

Continue ReadingBara 2022tti Finfinnee fakkeenya Badhaadhina Afriikaa taasisuuf hojjetamaa jira

Fiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Fiilmiin Afaan Oromoo “Abbaa Malkaa” jedhamu Dilbata dhufu Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti eebbifama jedhame. Barreessaafi Qopheessaan Fiilmichaa Leencoo Fiqiruun eebba fiilmichaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, qabiyyeen…

Continue ReadingFiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama

Finfinneetti konkolaattota laakkoofsa gabatee bakka ifaa hin taanetti maxxansan irratti tarkaanfiin fudhatamuufi

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Magaalaa Finfinneetti konkolaattota lakkoofsa gabatee hinmul’anne maxxanfatan irratti tarkaanfiin seeraa akka fudhatamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise. Magaalattiitti lakkoofsi gabaatee konkolaattotaa hinmul’anne balaa tiraafikaa fi yakkaaf…

Continue ReadingFinfinneetti konkolaattota laakkoofsa gabatee bakka ifaa hin taanetti maxxansan irratti tarkaanfiin fudhatamuufi

Yaa’ii yaadama ‘Waadaa hanga Aadaatti’ jedhuun kallattiin kaa’ame hundi hojiirra ooluu qabu- Aadde Liidiyaa Girmaa

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti Kallattii Yaa'ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaan kaa'ame xiyyeeffannoodhaan hojiirra oolchuun akkaata danda'amu irratti mari'atame. Maricha irratti Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii…

Continue ReadingYaa’ii yaadama ‘Waadaa hanga Aadaatti’ jedhuun kallattiin kaa’ame hundi hojiirra ooluu qabu- Aadde Liidiyaa Girmaa

Paartiin Badhaadhinaa hojiilee jireenya lammiilee fooyyessaniifi biyya ceesisan hedduu hojjechaa jira- Obbo Alamaayyoo Ijjiguu

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Murtoowaniifi kalatiiwwan Paartii Badhaadhinaa ilaalchisuun mariin hawwaasaa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti gageefamaa jira. Waltajicha irratti argamuun ergaa kan dabarsan Hogganaan damee Siyaasaafi Ijaarsa dandeettii Waajjira…

Continue ReadingPaartiin Badhaadhinaa hojiilee jireenya lammiilee fooyyessaniifi biyya ceesisan hedduu hojjechaa jira- Obbo Alamaayyoo Ijjiguu