‎AMN Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode

‎AMN PLUS- Muddee 27/2018 ‎Addis Miidiyaa Neetwork Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun, lammiilee sadarkaa jireenyaa gadi aanaa irra jiran fi yeroo dheeraa deeggarsi taasifamaafii turaniif sagantaa maaddii qooduu gaggeesseera. ‎Sagantaa kana…

Continue Reading‎AMN Ayyaana Dhaloota Iyyesuus sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode

Gaggeessaan, kan of moo’eefi of dhaggeeffatudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS - Mudde 26/2018 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) "Gaggeessaan ofii isaa kan mo'ateefi keessoosaa sirriitti kan dhaggeeffatudha" jedhan. ‎Dooktar Abiyyi Kabaja hundeeffama waggaa 75ffaa Yunivarsiitii Finfinnee tibbanaa irratti…

Continue ReadingGaggeessaan, kan of moo’eefi of dhaggeeffatudha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

“Umrii lakkaa’uu qofa osoo hin taane, ogummaa qabaniin humna jijjiiramaa ta’uutu barbaachisa” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 26/2018 ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) "Hayyuun nama miira isaan oofamee hoogganamu miti" jedhan. ‎Ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa duraanii Yuunivarsiitichaa kan ta'an…

Continue Reading“Umrii lakkaa’uu qofa osoo hin taane, ogummaa qabaniin humna jijjiiramaa ta’uutu barbaachisa” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee hundeessuufi- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 26/2018 ‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee (AI) ji'oota 6'n dhufu keessatti ijaaruuf qophaa'aa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎Yunivarsiitichi waggaatti eebbifamtoota 1000 baasuuf kan karoorfate…

Continue Reading‎Itoophiyaan Yunivarsiitii Hubannoo Nam-tolchee hundeessuufi- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Mul’ata biyyaalessaa ceheen, wareegamaaf qophaa’uun dhalootaaf hojjechuu barbaachisaadha- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Mudde 27/2018 ‎Dhaabbileen Barnootaa Olaanoo hunduu hojiilee ijoo hojjachuu qaban ilaalchisee Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) hojiin jalqabaa baruufi barsiisuu tahuu ibsaniiru. ‎Dooktar Abiyyi kabaja hundeeffamaa Yunivarsiitii Finfinnee…

Continue ReadingMul’ata biyyaalessaa ceheen, wareegamaaf qophaa’uun dhalootaaf hojjechuu barbaachisaadha- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Ayyaana Hundeeffama Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa Irratti Taateewwan Eegaman

AMN PLUS – Mudde 27/2018 Ayyaanni Hundeeffama Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa Mata Duree “Humni Qilleensaa Itoophiyaa Mallattoo Bilisummaafi Walqixxummaa jedhuun Amajjii 15-19/2018 akka kabajamu Ayyaanicha irratti taateewwan eegaman •…

Continue ReadingAyyaana Hundeeffama Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa Irratti Taateewwan Eegaman