Kantiibaa Adaanech Abeebeen misooma qarqara laga Qurxummii fi Pilaazaa ‘Dilii’ eebbisan

AMN PLUS- Guraandhala 30/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen naannawa Addabaabayii Tewodiroosotti misooma qarqara laga Qurxummii fi Pilaazaa 'Dilii' eebbisiisuu himan. Kantiibaa Adaabech naannawwaan duraan dawoo yakkamtootaafi bakka balfii…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen misooma qarqara laga Qurxummii fi Pilaazaa ‘Dilii’ eebbisan

Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Har’a Galgalaan Kilaba Isa Kamirraa Maal Eegdu?

AMN PLUS – Bitootessa 01/2018 Addunyaa kubbaa miilaan waancaan gurra guddaa Ardii Awurooppaa taphni Shaampiyoonsi Liigii kilaboota 36’n eegale amma 16 qofa walitti hambiseera. Wal-morkiin kilaboota 16 gara nuusa xumuraatti…

Continue ReadingTaphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Har’a Galgalaan Kilaba Isa Kamirraa Maal Eegdu?

Pireezidaantiin Naamibiyaa Balallii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Dubartoota Qofaan Durfameef Simannaa Taasisan

AMN PLUS - Guraandhala 29/2018 Pireezidaantiin Naamibiyaa Neetuumboo Naandii Nidaayitaay (PhD) balallii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa guutummaatti dubartootaan durfameef simannaa ho'aa taasisaniiru. Daandiin qilleensaa Itoophiyaa guyyaa dubartootaa akka Idil Addunyaatti kabajame…

Continue ReadingPireezidaantiin Naamibiyaa Balallii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa Dubartoota Qofaan Durfameef Simannaa Taasisan

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ijaarsa Pirojektoota Daandii Hojjetamaa Jiran Daawwatan

‎AMN PLUS – Guraandhala 30/2018 ‎Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin adeemsa ijaarsa pirojektoota daandii magaalaa Finfinnee daawwachuun ibsaniiru. Daawwannaa isaaniin daandiiwwan Awutoobiis Taraa…

Continue ReadingKantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ijaarsa Pirojektoota Daandii Hojjetamaa Jiran Daawwatan

Finfinneen Irra Ishee Caalaa Lafa Jalas Misoomteetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Misoomni Finfinnee kan irra magaalattii waan mul'atuuf malee lafa jalatti kan hojjetame waa hedduudha jedhan Kantiibaan Magaalattii Aadde Adaanech Abeebee. Misooma koriidarii qarqara laggeenii dabalatee…

Continue ReadingFinfinneen Irra Ishee Caalaa Lafa Jalas Misoomteetti – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Sagaleen Dhalootaa Feestivaala Ispoortii Miira Tokkummaa, Jaalalaafi Kaka’umsa Hojii Hojjettoota Gidduutti Uumu Eegalchise

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Dhaabbatni Miidiyaa Magaalaa Finfinnee AMN Sagaleen Dhalootaa feestivaala ispoortii miira tokkummaa, jaalalaafi kaka’umsa hojii hojjettoota gidduutti uumu marsaa 2ffaa guyyaa har'aa eegalchiiseera. ‎Feestivaala ispoortii har’a…

Continue ReadingAMN Sagaleen Dhalootaa Feestivaala Ispoortii Miira Tokkummaa, Jaalalaafi Kaka’umsa Hojii Hojjettoota Gidduutti Uumu Eegalchise

Misooma Koriidarii Daandii 5.5 Km Dheeraatuuf Bakki Dhaabbii Konkolaattoota Kuma 2 Keessummeessu Qophaa’uun Ibsame

‎AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 ‎Magaalaa Finfinneetti bakkeewwan daandii dhiphaa qabaachuun rakkoo yaa'insa tiraafikaa hammaataa qaban keessaa tokko kallattii daandii Uraa'el - Boolee Biraas geessudha. ‎Daandiin kun bakka dhaabbii konkolaataa…

Continue ReadingMisooma Koriidarii Daandii 5.5 Km Dheeraatuuf Bakki Dhaabbii Konkolaattoota Kuma 2 Keessummeessu Qophaa’uun Ibsame

Sagantaan Ifxaara Daandiirraa “Najaashiin Biyyaaf” Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffame

AMN PLUS - Guraandhala 28/2018 Sooma baatii Ramadaanaa waggaa 1447ffaa sababeeffachuun Ifxaarri daandiirraa marsaa 6ffaan mata duree "Najaashiin Biyyaaf" jedhuun Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffame Saganticharratti Pirezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…

Continue ReadingSagantaan Ifxaara Daandiirraa “Najaashiin Biyyaaf” Magaalaa Finfinneetti Gaggeeffame