Ministirri Nagaa duraani Obbo Binaalf Anduu’alem Ambaasadara Guutuu ta’uun mudaman
AMN- Sadaasa 23, 2017 Ministirri Nageenyaa duraani Obbo Binaalf Anduu’alaam Ambaasaaddara Guutuu ta’uun mudamaniiru. Waajjirri Pireezidaantii Federaalaa ibsa baaseen Obbo Binaalf Anduu’alem Sadaasa 23, 2017 irraa eegalee aangoo guutuudhaan Ambaasaaddara…