Appilikeeshiniin Kitaabilee Ida’amuu qabate hojii eegale

Ergaa Waajjira Ministira Muummee Kitaabileen Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin barraa’an (Ida’amuu, Daandii Ida’amuu, Dhaloota Ida’amuu, fi Mootummaan Ida’amuu) namarratti xiyyeeffachuun imala diinagdee damdaneessaan yeroo gabaabaa keessatti Itoophiyaa gara boqonnaa…

Continue ReadingAppilikeeshiniin Kitaabilee Ida’amuu qabate hojii eegale
Read more about the article Amajjii 23 kaasee labsiin itti fayyadama korojoo pilaastikaa dhorku hojiirra oola
Plastic bag

Amajjii 23 kaasee labsiin itti fayyadama korojoo pilaastikaa dhorku hojiirra oola

AMN PLUS - Mudde 14/ 2018 Amajjii 23 irraa eegalee Labsiin korojoo Pilaastika faayidaa yeroo tokkoof oolu dhorku hojiirra akka oolu Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Itoophiyaa beeksise. Abbaan Taayitichaa hojiirra…

Continue ReadingAmajjii 23 kaasee labsiin itti fayyadama korojoo pilaastikaa dhorku hojiirra oola

“Wiiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsan irratti mari’anneerra” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

AMN PLUS- Mudde 14/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) har’a Pirezidaantii Keeniyaa Wiliyaam Ruutoo waajjira isaaniitti simatanii kan waliin mari’atan ta’uu miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru. Daawwannaa hojii Pirezidaant Ruutoon…

Continue Reading“Wiiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii cimsan irratti mari’anneerra” MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Dijitaalaayizeeshiniin furtuu Badhaadhinaati – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Mudde 13/2018 ‎Ministirri Muummee Itti Aanaa FDRI Obbo Tamasgeen Xurunaa, dijitaalaayizeeshiniin galma badhaadhinaa Itoophiyaa milkeessuuf furtuu murteessaa ta’uu dubbataniiru. ‎Xumura sagantaa Dijitaal Itoophiyaa 2025 fi jalqabbii Dijitaal Itoophiyaa…

Continue ReadingDijitaalaayizeeshiniin furtuu Badhaadhinaati – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎Guyyaan Itoophiyaa Gara Dijitaal 2030tti ceete Guyyaa Seena qabeessa- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS – Mudde 13/2018 ‎Ministirri Muummee Itti Aanaa Itoophiyaa Obbo Tamasgeen Xurunaa, sirna jalqabsiisa tarsiimoo Dijitaal Itoophiyaa 2030 irratti argamuun, Itoophiyaan gara boqonnaa dijitaal haaratti ce’uuf qophii guutuu qabaachuu…

Continue Reading‎Guyyaan Itoophiyaa Gara Dijitaal 2030tti ceete Guyyaa Seena qabeessa- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Gaggeessitootaafi ogeessota rakkoo naamusaa qaban 179 irratti tarkaanfii fudhadheera- Biiroo Galiiwwanii Finfinnee

‎AMN PLUS- Mudde 13/2018 ‎Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee baatiiwwan shanan darbanitti gaggeessitootaafi ogeessota rakkoo naamusaa qaban 179 irratti tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachuu beeksise. ‎Hojjattoota tarkaanfiin irratti fudhatame keessaa 20 gaggeessitoota tahuu…

Continue ReadingGaggeessitootaafi ogeessota rakkoo naamusaa qaban 179 irratti tarkaanfii fudhadheera- Biiroo Galiiwwanii Finfinnee

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Filannoo marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin mari’atame

AMN PLUS - Mudde 13/ 2018 Boordiin Filannoo Biyyaalessaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin mari'ateera. Boordichi har'a paartii biyya bulchaa jiru dabalatee bakka buutoota paartilee…

Continue ReadingBoordiin Filannoo Biyyaalessaa Filannoo marsaa 7ffaa ilaalchisee bakka buutoota Paartilee siyaasaa waliin mari’atame

Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan

AMN PLUS - Mudde 13/2018 Biqiltuun Ilmoodha – Waloon Baanee Haa Kunuunsinu jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Guutuun ergaa isaanii haala armaan gadiin dhiyaatera. Inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa…

Continue ReadingBiqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan

Milkaa’inni keenya akkuma qophii keenyaati – Dooktar Ashabbir W/Goorgis

‎AMN PLUS- Mudde 13/2018 ‎Pirezidaantiin Koree Olompikii Itoophiyaa Dooktar Ashabbir W/Goorgis Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa U-17 Gadii Angoolaa Magaalaa Luwaandaatti turtiin taasisan akkuma qophii gaarii taasisan milkaa'aa ta'uu ibsan. Medaaliyaa 33…

Continue ReadingMilkaa’inni keenya akkuma qophii keenyaati – Dooktar Ashabbir W/Goorgis

Seenaa Yaadannoo Adawaa qorannoofi qo’annoon guddisuuf Yunivasritiiwwan sadii Yaadannoo Injifannoo Adawaa waliin waliigaltee mallatteessan

‎AMN PLUS-Mudde 13/2018 ‎Seenaa Yaadannoo Injiffannoo Adawaa duudhaa isaa eeggatee seenessa waloon gabbisuuf Yunivarsiitii Finfinnee, Yunivarsiitii Saayinsiifi Teekinooloojii Finfinneefi Yunivarsiitiin Kotobee Yaadannoo Injifannoo adawaatti waliif mallatteessaniiru. ‎Injiffannoon Adawaa kan uummatni…

Continue ReadingSeenaa Yaadannoo Adawaa qorannoofi qo’annoon guddisuuf Yunivasritiiwwan sadii Yaadannoo Injifannoo Adawaa waliin waliigaltee mallatteessan