Oromiyaatti Mariin hawaasaa mata duree “Missiraachoo Gubaa, Injiffannoowwan Mootummaa Ida’amuu jedhun taa’amaa jira.
AMN PLUS-Mudde 11/2018 Imalli olka’iinsa biyya ilaalacha Ida’amuun eegalame kalaqaafi ariitiin deemaa akka jiru ibsame. Imalli jijjiirama qormaatilee kamiinuu akka hin gufanneef uummanni abbummaan qooda isarraa eegamu bahachuu akka qabanis…