Carraa moodelummaa balbala Laamboorgiiniin banamte
AMN PLUS- Mudde 9/2018 Industirii moodeliingii idil-addunyaa keessatti maqaan tokko dabalameera. Saamu'eel Baayyisaa Tufaa. Haati Isaa Joofaa Barii abbaan ammoo Baayisaa Fufaa, ilma moodela kana kan godhatan Shawaa Lixaa, Abunaa…