Bishooftuu caalaatti magaalaa Konfiransii Turizimii taasisuuf hojiiwwan misoomaa hojjetamaa jiru

Bishooftuu caalaatti magaalaa Konfiransii Turizimii taasisuuf hojiiwwaan misoomaa hedduun hojjetamaa jiraachuu bulchiinsi magaalichaa beeksise. Itti aanaan Kantiibaa magaalichaa obbo Gazzaany Dajanee, magaalaan Bishooftuu magaalaa tursitoonni biyya keessaa fi alaa baay'inaan…

Continue ReadingBishooftuu caalaatti magaalaa Konfiransii Turizimii taasisuuf hojiiwwan misoomaa hojjetamaa jiru

Ijaarsa wiirtuu kalaqa teeknooloojii raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e

AMN Fulbaana 18, 2016:- Tajaajilli humna Elektirikaa Ityoophiyaa fi Koorporeeshiniin Siivil Injinariingii Chaayinaa wiirtuu gahumsa teeknooloojii ijaaruuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru. Ijaarsi isaa mooraa dhaabbatichaa Kotabeetti argamu keessatti kan raawwatu yoo…

Continue ReadingIjaarsa wiirtuu kalaqa teeknooloojii raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e

Sagantaan hojiilee gaarii Artist Haacaaluu yaadachuu ‘Masqala Hacaaluu’ gaggeeffame

Sagantaan hojiilee gaarii Artiist Haacaaluu Hundeessaa yeroo lubbuun jiru hojjete yaadachuu Magaalaa Ambootti kabajameera. Sagantaan kun Artist Haacaaluun yeroo lubbuun turetti barii Ayyaana Masqalaa hojii gaarii hojjetaa ture yaadachuuf yoo…

Continue ReadingSagantaan hojiilee gaarii Artist Haacaaluu yaadachuu ‘Masqala Hacaaluu’ gaggeeffame

Kitaabni mata duree Gahumsa Dargaggootaa Cehumsa Hawaasaaf jedhu eebbifame

Yuunivarsitiin Harraambee Kitaaba Mata Dure Ga'umsi Dargagggootaa Ce'umsa Hawaasaaf jedhun Barreefame eebbisise Pirezidaantin Yuniivarsiitii Harraambee Doktar Habtaamuu Takkaa Kitaabichi qindoomina Imbaasii Indooneezhiyaa waliin akka barreefame ibsaniiru. Dargaggeessa Ga'umsaa fi Namuusa…

Continue ReadingKitaabni mata duree Gahumsa Dargaggootaa Cehumsa Hawaasaaf jedhu eebbifame

Jilli qondaaltota Raayyaa Ittisa Biyyaa Indaastirii Uffannaa Adaamaa daawwate

AMN Fulbaana 19, 2016:- Jilli Ministira Raayyaa Ittisaa Dooktar Abirahaam Balaayii fi Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa, Indaastirii Uffaanaa Adaamaa daawwateera. Faawundeeshinii Raayyaa Ittisaatti Indaastiriin…

Continue ReadingJilli qondaaltota Raayyaa Ittisa Biyyaa Indaastirii Uffannaa Adaamaa daawwate

Magaalaa jireenya harka qalleeyyii jijjirtu uumuuf hojjechaa jirra- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Qirqoositti mannen harka qalleeyyiif ijaaraman dabarfaman. Manni jireenya kuni Deeggarsa Mootummaatin fi Dhaabbata Beeksisaa Mark jedhamuun akka ijaarame ibsameera. Manni jireenyaa kun Gamoo abbaa Darbii tokkoo yoo…

Continue ReadingMagaalaa jireenya harka qalleeyyii jijjirtu uumuuf hojjechaa jirra- Obbo Jaanxiraar Abbaayi

Dr. Abiy Ahimad Finfinneetti Giddugala Soorataa 20ffaa eebbisiisan

AMN Fulbaana 17, 2016:- Ministirri Muummee Dr. Abiy Ahimad Giddugala Soorataa 'Tasfaa Birahaan' 20ffaa eebbisiisuun hojii eegalchiisan. Giddugalichi Kutaa Magaalaa Gullalleetti kan ijaarame dha. Dr. Abiy ayyaana Masqalaa sababeeffachuun Kantiibaa…

Continue ReadingDr. Abiy Ahimad Finfinneetti Giddugala Soorataa 20ffaa eebbisiisan