Eebbifamoo Abuna Selaamaa dadhabbii addunyaa kana irraa boqotan
AMN Fulbaana 18, 2016:- Eebbifamoo Abuna Selaamaan har’a addunyaa kanaraa du’aan boqotaniiru. Eebbifamoo Abunee Selaamaan dhibee isaan mudateen Hospitaalaatti yaalamaa turuun guyyaa har’aa addunyaa kanaraa du’aan boqochuu ragaan Waajjira Hariiroo…