Kaameraan uffata dambii hojjettoota galiiwwanii irratti hidhamuunsaa komii akkamiin furaa jira?

AMN PLUS - Sadaasa 29/2018 Kaffaltoota gibiraa Magaalaa Finfinneerra komii hoj-maataan walqabatee yeroo gara garaa ka'u furuuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee torbee darbe murtoowwan gurguddoo lama hojiirra oolcheera. Sadaasa 25 irraa…

Continue ReadingKaameraan uffata dambii hojjettoota galiiwwanii irratti hidhamuunsaa komii akkamiin furaa jira?

Bulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee beekamtii argatan

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Manni Maree Federeeshinii Kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaa akka milkaa'uuf Bulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee shoora taphataniif beekamtii kenne. Jala bultiin ayyaanichaa…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinneefi Manni Maree Magaalaa Finfinnee beekamtii argatan

Guyyichi tokkummaa lammiilee cimsaa jira- Obbo Aganyew Tashaagar

AMN PLUS-Sadaasa 28/2018 “Guyyaan Sabootaa, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa tokkummaa lammiilee jidduu ture cimsaa jira” jedhan Obbo Aganyew Tashaagar. ‎Simpooziyeemiin Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itiyoophiyaa 20ffaan Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Magaalaa Hoosaanaatti…

Continue ReadingGuyyichi tokkummaa lammiilee cimsaa jira- Obbo Aganyew Tashaagar

Aadaa hojii fooyya’aan badhaadhina mirkaneessina- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Leenjiin hoggantoota sadarkaa Aanaa qabiyyee "Ilaalama Mootummaa Ida'amuutiin Bu'aawwan Dameelee" jedhuun Finfinneetti kennamaa ture milkiin goolabamuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. ‎Hoggansi sanadoota leenjii…

Continue ReadingAadaa hojii fooyya’aan badhaadhina mirkaneessina- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎Mariin guddina atileetiksii irratti xiyyeeffate adeemsifamaa jira

‎AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 ‎Sagalee dhalootaa kan ta’e Addis Miidiyaa Neetiwork marii kallattii kutaalee 19 qabu atileetota, leenjistoota, fi qooda fudhattoota hirmaachise adeemsisaa jira. ‎Kufaatii gama atileetiksiin waggoota muraasaa as…

Continue Reading‎Mariin guddina atileetiksii irratti xiyyeeffate adeemsifamaa jira

Kantiibaa Adaanech naannawaa jiraattonni Piyaassaa duraanii Jiraatan daawwatan

AMN PLUS- Sadaasa 28/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa magaalaa Nifaas silki Laaftootti bakka jiraattoonni Piyaassaa duraanii jiraatan daawwataniiru. Aadde Adaanech gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, "Har'a ganama Kutaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech naannawaa jiraattonni Piyaassaa duraanii Jiraatan daawwatan

Qabeenya Turizimii qabnu adduunyaaf beeksisuun gahee qaama hundaati- Obbo Solomoon Taammiruu

AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Guyyaa Turizimii Adduunyaa 46ffaa sababeeffachuun Paarkii Biyyaalessaa Gaarreewwan Baaleetti daawwannaan taasifameera. Daawwannaa kana irriitti AMN Sagalee Dhalootaa! Dabalatee midiyaalee garaa garaafi rogeeyyiin miidiyaa irratti hirmaataniiru. Hogganaa…

Continue ReadingQabeenya Turizimii qabnu adduunyaaf beeksisuun gahee qaama hundaati- Obbo Solomoon Taammiruu

Hundumtuu jabaatee hojjanaan ol-ka’iinsi Itoophiyaa yeroo gabaabaatti milkaa’a- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 27/2018 Magaalaa Finfinnee ‎Kutaa Magaalaa Lidataatti Mariin uummataa mata duree "Misraachoo Gubaa fi Bu'aa Mootummaa Ida'amuu" jedhuun adeemsifameera. ‎Ministirri Dhimma Alaa Geediyoon Ximootiwoos (PhD), mootummaan waggoota jijjiiramaa…

Continue ReadingHundumtuu jabaatee hojjanaan ol-ka’iinsi Itoophiyaa yeroo gabaabaatti milkaa’a- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)