”Fiigichi guddichi Itoophiyaa Sagantaa tokkummaa keenya itti agarsiisnuudha” Dr. Indaganaa Abbabaa
AMN PLUS – Sadaasa 12/2018 Fiigicha Guddicha Itoophiyaa 25ffaa Dilbata adeemsifamu ilaalchisuun ibsi miidiyaaleef kennameera. Ministir Deetaan Ministeera Turizimii Dr. Indeganaa Abbabaa saganticha irratti argamuun haasaa taasisanii, fiigichi guddichi Itoophiyaa…