‎Yaadaan qabsoofna malee misooma biyyaa hin morminu- Paartilee Morkattootaa

AMN PLUS- Sadaasa 4/2018 ‎Hojmaata siyaasa badaa mormuu malee faayidaa biyyaalessaafi jijjiirama misooma biyyattii mormuun sirrii akka hin taane paartileen morkattootaa ibsan. ‎Turtii anga'ootni paartiilee morkattoota istuudiyoo AMN PLUStti taasisaniin…

Continue Reading‎Yaadaan qabsoofna malee misooma biyyaa hin morminu- Paartilee Morkattootaa

Kalaqni, ariitiifi qulqullinni yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Kalaqni, ariitiifi qulqullinaan hojjechuun yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu jedhan. Obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin,…

Continue ReadingKalaqni, ariitiifi qulqullinni yeroo mara qajeelfama hojii ta’uu qabu- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Baankiin Biyyaalessaa Dhaabbilee tajaajila dabarsa maallaqaa eeyyama qaban ifoomse

AMN PLUS – Sadaasa 3/2018 Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa Dhaabbilee Tajaajila Dabarsa maallaqaa sharafa alaa seera qabeessa ta’aniifi eeyyamaan hojjetan irra deebiin ifoomseera. Ramada Pay (Kaah) kana dura dhorkamee ture amma…

Continue ReadingBaankiin Biyyaalessaa Dhaabbilee tajaajila dabarsa maallaqaa eeyyama qaban ifoomse

Xiyyaarri waraanaa Turkiyee kufuun lubbuun namoota 20 darbe

AMN PLUS-Sadaasa 3/2018 Joorjiyaatti xiyyaarri waraanaa Turkiyee kufuun loltoonni 20 fi miseensonni balalii du’uun isaanii gabaafameera. Xiyyaarri waraanaa qabeenya Humna Waraanaa Turkiyee ta’e ‘C-130’ Azarbaajaan irraa ka’ee gara Turkiyeetti osoo…

Continue ReadingXiyyaarri waraanaa Turkiyee kufuun lubbuun namoota 20 darbe

Daldala taarifarraa bilisaa fayyadamuun, waljijjiirraa daldala naannawaa guddisa- Wiliyaam Ruutoo

‎AMN PLUS- Sadaasa 3/2018 ‎Daldala naannawaa saffisaa taasisuuf gufuuwwan taarifaa dhabamsiisuuf tarkaanfii hatattamaa fudhatamuun akka barbaachisu Pirezidaantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon ibsan. ‎Agarsiisni daldalaa (EAC MSME) 25ffaan Naayiroobiitti adeemsifamaa kan jiru…

Continue ReadingDaldala taarifarraa bilisaa fayyadamuun, waljijjiirraa daldala naannawaa guddisa- Wiliyaam Ruutoo

Ulaa galaanaarraa faayidaa dhabnus balaan isaa nu hin hanqatu – Caalchisaa Amantee (PhD)

‎AMN PLUS - Sadaasa 02/2018 Baroota Ulaa Galaanaa dhabnetti Itoophiyaan faayidaa Qarqara Galaanaa dhabdus balaan isaa garuu nu hin hanqatu jedhan Yunivarsiitii Paabilik Sarvisii Itoophiyaatti Barsiisaafi Qorataan Biizinasiifi Tarsiimoo Caalchisaa…

Continue ReadingUlaa galaanaarraa faayidaa dhabnus balaan isaa nu hin hanqatu – Caalchisaa Amantee (PhD)

Hundeeffamni Humna Qilleensaa waggaa 90ffaan Sadaasa 21 kabajama

AMN Plus- Sadaasa 2/2018 Humni Qilleensaa Itoophiyaa mallattoo walabummaa biyyaati jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa FDRI Leetenaala Jeneraal Yilmaa Mardaasaa. Kabaja Waggaa 90ffaa Hundeeffama Humna Qilleensaa Itoophiyaa ilaalchisee ibsi miidiyaaleef…

Continue ReadingHundeeffamni Humna Qilleensaa waggaa 90ffaan Sadaasa 21 kabajama

Sosochii guyyaa tokkoon dargaggoota Kuma lamaaf carraa hojii uumuu

AMN Plus- Sadaasa 2/2018 Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti sosochii guyyaa tokkotti dargaggoota kuma lamaaf carraa hojii uumuu jedhuun dargaggoota Kuma lamaaf carraan hojii dameelee garagaraan guyyaa tokkotti uumamuufi ibsame. Dargaggoonni…

Continue ReadingSosochii guyyaa tokkoon dargaggoota Kuma lamaaf carraa hojii uumuu