Wixinee Awurooppaa waraana dhaabu tokkollee hin argine- Zeleniskii

‎AMN Plus- Onkoloolessa 25/2018 ‎Pirezidaantiin Yuukireen Vilodmiir Zeleniskiin wixinee Awurooppaa waraana dhaabu tokkollee hin argine jechuun Raashiyaa dhaabsisuuf sochiin taasifamaa jiru gahaa akka hin taane akeekaniiru. ‎ Pirezidaantii Ameerikaa Tiraampis…

Continue ReadingWixinee Awurooppaa waraana dhaabu tokkollee hin argine- Zeleniskii

Namni Adamsamaa turan pirezidaantii ta’uun Waayit Haawusiin daawwachuuf

AMN PLUS- Onkoloolessa 24/2018 Pirezidaantiin Sooriyaa seenaa keessatti yeroo jalqabaaf Waayit Haawusitti daawwanaa taasisuun Pirezidaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp wajjin mari’achuufi jedhame. Associated Press Bulchiinsa Tiraamp irraan odeeffannoo argadhe jechuun tamsaaseen…

Continue ReadingNamni Adamsamaa turan pirezidaantii ta’uun Waayit Haawusiin daawwachuuf

‎Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa daran wal tumsuuf kutannoo qabaachuu ibsameera

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 24/2018 ‎Fooramiin Invastimantii Itoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa Faransaay Paarisitti adeemisifamuu eegaleera. ‎Fooramichi tumsa diinagdee Itoophiyaa fi Gamtaa Awurooppaa giddu jiru cimsuu fi carraawwan invastimantii haaraatti fayyadamuun akkaataa…

Continue Reading‎Itoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa daran wal tumsuuf kutannoo qabaachuu ibsameera

Haala mijataa Tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jira

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 24/ 2018 ‎Sirnakkoo mijataa tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jiraachuu Deetaan Ministira Tuurizimii Obbo Silashii Girmaa ibsaniiru. ‎Itoophiyaan bakka argama sanyii namaa fi bunaa akkasumas…

Continue ReadingHaala mijataa Tuurizimii fi kunuunsa bineensota bosonaaf oolu fayyadamuuf hojjatamaa jira

Balaa Kirkira lafaa Afgaanistaanitti mudateen lubbuun namoota 20 ol darbe

AMN Plus- Onkoloolessa 24/2018 Balaa Kirkira lafaa Afgaanistaanitti mudateen lubbuun namoota 20 ol yoo darbu, kanneen dhibbaan lakkaa’aman madaa’aniiru. Balaan Kirkira lafaa Reektar Iskeelii 6.3 ta’ee galmaa’e kun Afgaanistaan gama…

Continue ReadingBalaa Kirkira lafaa Afgaanistaanitti mudateen lubbuun namoota 20 ol darbe

Pirojektiwwan gurguddaan cabinsa diinagdee biyyaa suphu- Ogeessa Diinagdee

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 21/2018 ‎Ijaarsi pirojektiiwwan gurguddoo cabinsa diinagdeefi wal-madaaluu dhabuu diinagdee gooroo biyyatti sirreessuun misooma itti fufiinsa qabu akka mirkaneessan Ogeessi Diinagdee Yohaannis Baqqalaa himan. ‎Obbo Yohaannis AMN…

Continue ReadingPirojektiwwan gurguddaan cabinsa diinagdee biyyaa suphu- Ogeessa Diinagdee

Biyya Alaatti lammiilee Kuma 800f carraan hojii uumuuf karoorfame

AMN PLUS- Onkoloolessa 22/2018 Biyya Alaatti lammiilee Kuma 800f carraa hojii uumuuf karoorfamuu Ministeerri Hojiifi Ogummaa beeksise. Haala kabaja, mirga, nageenyaafi fayyadamummaa lammiilee mirkaneessuun, lammiileef carraan hojii biyya alaatti mijeeffamaa…

Continue ReadingBiyya Alaatti lammiilee Kuma 800f carraan hojii uumuuf karoorfame

Tuutni Ogeeyyii fayyaa Siwiidin tajaajila bilisaa wal’ansa Mormaa olii kennuuf Itoophiyaa seenan

AMN Plus- Onkoloolessa 22/2018 Tuutni Ogeeyyii fayyaa biyya Siwiidin qindeesummaa dhabbata Ogeeyyota fayyaa lammilee Itoophiyaa biyya alaa jiraataniin hundaa'ee ENT PLUS fi Waldaa Daayaspooraa Itoophiyaan tajaajila fayyaa bilisaa kennuuf Itoophiyaa…

Continue ReadingTuutni Ogeeyyii fayyaa Siwiidin tajaajila bilisaa wal’ansa Mormaa olii kennuuf Itoophiyaa seenan