Hoggantoota kuma 8 ol irratti tarkaanfiin naamuusaa fudhatameera – Obbo Adam Faaraah

AMN- Onkololeessa 15/2018 Pirezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa fi Hogganaan Waajjira Paartichaa Obbo Adam Faaraah hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii sirnaan hin bahanne kuma 8 fi 613 irratti tarkaanfiin naamuusaa fudhatamuu…

Continue ReadingHoggantoota kuma 8 ol irratti tarkaanfiin naamuusaa fudhatameera – Obbo Adam Faaraah

‎Koyishaan hidharra darbee hawwata tuuristii ta’a – Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 15/2018 ‎Itoophiyaan qabeenya dhokatee jiru baastee akka fayyadamtuuf mootummaan cimee hojjataa akka jiru Ministirri Muummee Itti Aanaa Tamasgeen Xurunaa ibsaniiru. ‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) raawwii…

Continue Reading‎Koyishaan hidharra darbee hawwata tuuristii ta’a – Obbo Tamasgeen Xurunaa

MM Abiyyi Ahimad (PhD) misooma Kooriidarii Saarbeet- Addabaabaayii Jarman fi Naannawaa Furii xumurame daawwatan

AMN Plus - Onkoloolessa 15, 2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD)hojii misoomaa Kooriidarii Saarbeet- Addabaabaayii Jarman fi Naannawaa Furii daawwataniiru. Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, miseensota…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) misooma Kooriidarii Saarbeet- Addabaabaayii Jarman fi Naannawaa Furii xumurame daawwatan

Uummata keenya amanamummaan tajaajiluuf waadaa galle, tokko lamaan raawwachaa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 15/2018 ‎Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Misooma Koriidarii Saarbeeti-Addabaabaayii Jarmanii-Gaarmantii Furiitti fulla'u eebbifamee tajaajilaaf banaa tahuu ibsaniiru. ‎Sirna eebbaa irratti Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(PhD) fi miseensotni Koree…

Continue ReadingUummata keenya amanamummaan tajaajiluuf waadaa galle, tokko lamaan raawwachaa jirra- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Ulaa Galaanaa dhabne deebifachuun dirqama dhaloota har’ati- Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaa

AMN Plus – Onkoloolessa 15/2018 Itoophiyaan aarsaa Raayyaan Ittisa Biyyaa fi lammiileen ishee kaffalaniin diigumsaafi bittannaa'uurra baraaramtee birmadummaan as geesse jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Itoophiyaa Fiild Maarshaal Biraanuu…

Continue ReadingUlaa Galaanaa dhabne deebifachuun dirqama dhaloota har’ati- Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaa

Godambaan Saayinsii barattootaaf kaffaltii seensaa dhibbeentaa 50’n hir’ise

AMN Plus – Onkoloolessa 15/2018 Godambaan Saayinsii magaalaa Finfinnee keessa jiru barattoota gareedhan dhufanii daawwataniif kaffaltii kana duraa irraa dhibbeentaa 50 gadi buusuu Korporeshiniin Paarkiiwwan Tokkummaa beeksise. Bakka ga’umsaa paarkiiwwan…

Continue ReadingGodambaan Saayinsii barattootaaf kaffaltii seensaa dhibbeentaa 50’n hir’ise

Pirojektootni hojjetamaa jiran imala Badhaadhina Itoophiyaa akka agarsiisan ibsame

AMN PLUS- Onkololeessa 14/2018 ‎"Pirojektootni hojjetamaa jiran imalli Itoophiyaan Badhaadhina dhugoomsuuf taasisaa jirtu daandii sirriirra jiraachuu kan agarsiisanidha" jedhan Ministirri Qonnaa Obbo Addisuu Araggaa. ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Gamaaggama…

Continue ReadingPirojektootni hojjetamaa jiran imala Badhaadhina Itoophiyaa akka agarsiisan ibsame

‎Hakiimni haadholii kuma 15 ol nagaan dahanii ililleen akka deebi’an taasisan badhaafaman

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 14/2018 ‎Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Bahaa, Aanaa Dadaritti dhalatan. Dooktar Kookab Mahaammad. Barnoota sadarkaa jalqabaafi 2ffaa Jimmaafi Finfinneetti baratan. Digirii isaanii jalqabaa Ogummaa Fayyaan Kolleejjii Fayyaa Goondaritti…

Continue Reading‎Hakiimni haadholii kuma 15 ol nagaan dahanii ililleen akka deebi’an taasisan badhaafaman