Tiitookarri ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta’e tamsaasaa ture to’atame

AMN PLUS - Mudde 15/2018 Miidiyaalee hawaasaa Tiiktookiifi Yuutiyuubiidhaan ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta'e tamsaasaa kan ture Naatinaa'eel Baaddeg Gabree to'annoo seeraa jala oolfamuu Qajeelchi Poolisii Finfinnee beeksise. Maqaa…

Continue ReadingTiitookarri ergaawwan aadaafi safuu ummataan ala ta’e tamsaasaa ture to’atame

Gaggeessitootaafi ogeessota rakkoo naamusaa qaban 179 irratti tarkaanfii fudhadheera- Biiroo Galiiwwanii Finfinnee

‎AMN PLUS- Mudde 13/2018 ‎Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee baatiiwwan shanan darbanitti gaggeessitootaafi ogeessota rakkoo naamusaa qaban 179 irratti tarkaanfiiwwan garaagaraa fudhachuu beeksise. ‎Hojjattoota tarkaanfiin irratti fudhatame keessaa 20 gaggeessitoota tahuu…

Continue ReadingGaggeessitootaafi ogeessota rakkoo naamusaa qaban 179 irratti tarkaanfii fudhadheera- Biiroo Galiiwwanii Finfinnee

Finfinneen daldala ‘Online’n gaggeeffamu gara sirna Gibiraatti galchuufi

‎AMN PLUS – Mudde 7/2018 ‎Biiroon Galiiwwanii Magaalaa Finfinnee bittaaf gurgurtaa onlaayiniin gaggeeffamu gara sirna gibiraatti galchuuf xiyyeeffannaan hojjechaa akka jiru hime. Daayirektarri Kominikeeshinii Biiroo Galiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo…

Continue ReadingFinfinneen daldala ‘Online’n gaggeeffamu gara sirna Gibiraatti galchuufi

Eyyemni dhaabbilee tapha ispoortii (Betting) hundi faayidaa uummataaf jecha haqamuun ibsame

AMN PLUS- Mudde 6/2018 Tajaajilli Lootarii Itoophiyaa eyyama Dhaabbilee Beetingii Ispoortii hundumaa haquu beeksise. Eyyemni dhaabbilee beetingii ispoortii, taphoota garaa garaa intarneetiin taphachiisan kunneen akka haqamu kan murtaa’eef taphaafi dame…

Continue ReadingEyyemni dhaabbilee tapha ispoortii (Betting) hundi faayidaa uummataaf jecha haqamuun ibsame

Fayyadamummaa qabeenya lafaa seera qabeessa ta’e mirkaneessuun hawaasaafi mootummaa jidduutti wal amantaa dabala- Injinar Wandimmu Seettaa

AMN PLUS- Mudde 6/2018 Fayyadamummaa qabeenya lafaa seera qabeessa ta’e mirkaneessuun hawaasaafi mootummaa jidduutti wal amantaa akka dabalu Sadarkaa kantiibaa Itti Aanaatti Hojii Gaggeessaan Magaalaa Finfinnee Injinar Wandimmuu Seettaa ibsaniiru.…

Continue ReadingFayyadamummaa qabeenya lafaa seera qabeessa ta’e mirkaneessuun hawaasaafi mootummaa jidduutti wal amantaa dabala- Injinar Wandimmu Seettaa

“Yaadaan yeroo waliigallu wantota dhaloota fayyadan irratti xiyyeeffanna” Aadde Liidiyaa

AMN PLUS – Muddee 3/2018 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee tiiktookarootaafi namoota miidiyaa hawaasummaan dhiibbaa uuman waliin mari’ate. Hoggantuun Biirichaa Aadde Liidiyaa Girmaa, yeroon kun yeroo dhugaan boodaa waan…

Continue Reading“Yaadaan yeroo waliigallu wantota dhaloota fayyadan irratti xiyyeeffanna” Aadde Liidiyaa

Baalli sammuu adoochuu KG 605 fi meeshaaleen shiishaa kuma 17 ol gubaman

‎AMN PLUS-Sadaasa 29/2018 ‎Poolisiin Magaalaa Finfinnee tibbana manneen seeraan alaa jimaa itti qamaasisan, hoteelotaa fi manneen bashannanaa halkanii irratti sakatta'iinsa taasisuu beeksiseera. ‎Sakatta'iinsa taasifameen meeshaalee shiishaa kuma 17 oliifi baalli…

Continue ReadingBaalli sammuu adoochuu KG 605 fi meeshaaleen shiishaa kuma 17 ol gubaman

Ulaa Galaanaa dhabuun Itoophiyaa, diinagdee, siyaasaafi dippiloomaasii addunyaa fageenyatti akka ilaaltu taasise”- Ogeesssa Seeraa Adoolaa Culuqqee

‎AMN PLUS- Sadaasa 24/2018 ‎Mootummaan Itoophiyaa ulaa galaanaa dabaan kenname deebiftee akka argattuuf xiyyeeffannoo addaa kennee hojjetaa jiraachuu Ogeesssi Seeraa Adoolaa culuqqee turtii AMN waliin taasisaniin himan. ‎"Itoophiyaan karra galaanaa…

Continue ReadingUlaa Galaanaa dhabuun Itoophiyaa, diinagdee, siyaasaafi dippiloomaasii addunyaa fageenyatti akka ilaaltu taasise”- Ogeesssa Seeraa Adoolaa Culuqqee

Meeshaaleen kontiroobaandii birrii miiliyoona 77 olitti tilmaamamu to’atame

‎AMN PLUS- Sadaasa 23/2018 ‎Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa Komishinii Gumurukaa waliin ta’uun sakatta'iinsa taasiseen meeshaalee kontirobaandii Birrii miiliyoona 77tti tilmaamamu Dirre Dawaa fi Somaaleetti to’annaa jala akka oolche beeksise. ‎Akka Ajajaan…

Continue ReadingMeeshaaleen kontiroobaandii birrii miiliyoona 77 olitti tilmaamamu to’atame