Herregni Baankii namoota 123 uggurame

‎AMN PLUS- Fulbaana 9/2018 ‎Lakkoofsi herrega Baankii namoota seeraan ala sharafa alaa irratti hirmaachuun shakkamanii 123 ugguramuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise. ‎Sosochiin maallaqaa shakkamtoota kanneenii dhorkamuunsaa itti gaafatamummaa seeraa mirkaneessuf…

Continue ReadingHerregni Baankii namoota 123 uggurame

Waldaalee hojii gamtaa damee qonnaa irratti bobba’an guddisuuf hojjetamaa jira- Komishinicha

AMN PLUS-Fulbaana 9/2018 Waldaaleen hojii gamtaa damee qonnaa irratti bobba'an daldala biyya keessaafi alaa irratti dammaqinaan akka hirmaataniif hojjetamaaa jiraachuu Komishiiniin waldaalee hojii gamtaa Itoophiyaa beeksise. Waldaaleen kunneen walitti hidhaminsa…

Continue ReadingWaldaalee hojii gamtaa damee qonnaa irratti bobba’an guddisuuf hojjetamaa jira- Komishinicha

Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu Baatii Sadaasaa dhufu eegala

‎AMN PLUS- Fulbaana 8/2018 ‎Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu Baatii Sadaasaa dhufu akka eegalamu Hoji-Raawwachiisaan Olaanaa Daandii Xiyyaara Itoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw ibsan. ‎Obbo Masfin pirojektiin Meeggaa kun indastirii aviyeeshinii…

Continue ReadingIjaarsi Buufata Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu Baatii Sadaasaa dhufu eegala

Naannoo Oromiyaa waliin qindaaa’uun oomisha qonnaa galchaa jirra- Biiroo Daldalaa Finfinnee

AMN PLUS- Qaammee 5/2017 ‎Biiroon Daldalaa Finfinnee Naannoo Oromiyaa wajjin qindaaa'uun oomisha qonnaa naannoo Oromiyaa irraa galchaa jiraachuu beeksise. ‎Ayyaana bara haaraa 2018 kabajamu sababeeffachuun Biiroon kun gabaa Sanbataa fi…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaa waliin qindaaa’uun oomisha qonnaa galchaa jirra- Biiroo Daldalaa Finfinnee

Daldalli E-Komersii dorgomtummaa daldalaa Itoophiyaa cimsa – Kaasaahun Gofee (Dr.)

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Dorgomtummaa daldala idil-addunyaa Itoophiyaa cimsuuf hirmaatonni damee daldala E-Komersii gahee olaanaa akka qaban Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhaminsa Naannoo Kaasaahun Gofee (Dr.) ibsaniiru. ‎ Torbeen Eksipoo…

Continue ReadingDaldalli E-Komersii dorgomtummaa daldalaa Itoophiyaa cimsa – Kaasaahun Gofee (Dr.)

Ayyaana Bara Haaraaf dhiyeessii oomishaa gahaatu jira- Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee

‎AMN PLUS - Hagayya 29/2017 ‎Ayyaana Bara Haaraa 2018'f dhiyeessii oomishaa gahaa ta’e akka jiru Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. ‎Hoggantuun Biiroo Magaalaa Daldalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj, ibsa kennaniin…

Continue ReadingAyyaana Bara Haaraaf dhiyeessii oomishaa gahaatu jira- Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee

Tibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa’uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon ni hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎Tibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa'uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon akka hojjatamu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee ibsaniiru. ‎Naannoo waajjira Gamtaa Afrikaa fi…

Continue ReadingTibba ayyaanaa daballiin gatiifi tasgabbaa’uu dhabuun gabaa akka hin uumamne xiyyeeffannoon ni hojjetama- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Pireezidaanti Taayyeen Ekspoo torbee daldalaa ‘Kan Itoophiyaa Bitaa” jedhuu banan

AMN PLUS- Hagayya 24, 2017 Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ekspoo torbee daldalaa “ Kan Itoophiyaa Bitaa“ jedhuu bananiiru. Torban Daldalaa mata duree “ Kan Itiyoophiyaa Bitaa “ jedhuun baname Ministeera…

Continue ReadingPireezidaanti Taayyeen Ekspoo torbee daldalaa ‘Kan Itoophiyaa Bitaa” jedhuu banan

Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira – Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 21/2017 ‎Xiyyeeffannoon Tuurizimiif kenname guddachaa dhufuun, faayidaa diinagdee damicha irraa argamu guddisuu keessatti gumaacha olaanaa akka qabaatu Qorataan Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.) himaniiru. ‎Qophii Roga Dubbii…

Continue ReadingXiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameen faayidaa diinagdee damicha guddachaa jira – Qorataa Tuurizimii Mahaammad Amaan (Dr.)