Kantiibaa Adaanech Abeebee, barsiisota 6,194 waldaa 57’n gurmaa’aniif ijaarsa mana jireenyaa jalqabsiisan

AMN PLUS- Amajji 27/ 2018 Guddina ariifataa magaalaan Finfinnee galmeessaa jirtuun cinatti, dhiheessii mana jireenyaa guddisuuf Bulchiinsi magaalichaa filmaataawwan garaagaraa diriirsuun hojjechaa jiraachuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan.…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee, barsiisota 6,194 waldaa 57’n gurmaa’aniif ijaarsa mana jireenyaa jalqabsiisan

Finfinneetti tajaajilli poolisii nam-maleessi Afriikaarraa kan jalqabaa ta’e hojii eegaluufi

AMN PLUS - Amajjii 27/2018 Poolisiin Federaalaa buufata poolisii nam-maleessa (Smart Police Station) kutaa magaalaa Boolee aanaa 03 bakka addaa Ruwaandaa jedhamuun beekamuutti ijaarsisaa jiraachuu ibseera. Buufatichi tajaajila barbaadamuuf banaa…

Continue ReadingFinfinneetti tajaajilli poolisii nam-maleessi Afriikaarraa kan jalqabaa ta’e hojii eegaluufi

“Har’i barsiisota dhalootaa ijaaraniif guyyaa misiraachooti” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Amajjii 27/2018 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen barsiisota kuma 6 fi 194 waldaa 57'n gurmaa'aniif lafa hektaara 40 birrii biliyoona 24'tti tilmaamamu biliisaan dhiheessuun ijaarsa eegalchiisuu himan.…

Continue Reading“Har’i barsiisota dhalootaa ijaaraniif guyyaa misiraachooti” Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN milkaa’ina hojilee bulchiinsa gaarii fi misoomaan gahee olaanaa ba’achaa jiraachuu ibsame

‎AMN PLUS- Amajjii 04/2018 ‎Addis Miidiyaa Neetiwork milkaa'ina hojilee bulchiinsa gaarii fi misoomaan gahee olaanaa ba'achaa jiraachuu miseensotni Koree Dhaabbii Dhimmoota Haqaafi Bulchiinsaa, Mana Maree Magaalaa Finfinnee ibsan. ‎AMN Sagaleen…

Continue ReadingAMN milkaa’ina hojilee bulchiinsa gaarii fi misoomaan gahee olaanaa ba’achaa jiraachuu ibsame

Komiiwwan gibiraa bulchiinsa gaariif gufuu ta’an furamaa jiru- Biiroo Galiiwwan Finfinnee

‌‎AMN PLUS- Amajji 4/2018 ‎Biiroon Galiiwwan Magaalaa Finfinnee komiiwwan gibiraa bulchiinsa gaariif gufuu ta'an furaa jiraachuu beeksise. ‎Biirichi komiiwwan gibiraa ji'oota ja'a keessatti ka'aa turan kuma 13 fi 643 keessaa…

Continue ReadingKomiiwwan gibiraa bulchiinsa gaariif gufuu ta’an furamaa jiru- Biiroo Galiiwwan Finfinnee

‎Meeshaaleen Kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 ol to’atamuu ibsame

‎AMN PLUS- Amajjii 02/2018 ‎Komishiniin Poolisii Federaalaa Itoophiyaa qaamolee dhimmi ilaallatu waliin ta’uun meeshaalee kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 fi Miliyoona 51 ol ta’an to’achuu akka danda'e Komishinarri…

Continue Reading‎Meeshaaleen Kontiroobaandii tilmaamni gatii isaanii Birrii Biiliyoona 14 ol to’atamuu ibsame

Sosochiin Nageenya Tiraafikaa ji’a tokkoof turu Finfinneetti eegalame

AMN PLUS- Amajjii 1/2018 Ji'i Amajjii Yeroo taatewwan garaagaraa itti heddummaatan waan ta'eef, balaa tiraafikaa mudachuu malu dursanii ittisuuf sosochiin nageenya tiraafikaa ji'a tokkoof turu har'a Magaalaa Finfinneetti eegalameera. Bara…

Continue ReadingSosochiin Nageenya Tiraafikaa ji’a tokkoof turu Finfinneetti eegalame

Finfinneetti sosochiin hubannoo uumuu nageenya daandii baatii Amajjii adeemsifamaa

‎AMN PLUS-Mudde 24/2018 Magaalaa Finfinneetti sosochiin hubannoo uumuu nageenya daandii ji’a tokkoof turu akka adeemsifamu Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafiikaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Sosochiin hubannoo uumuu nageenya daandii magaalaa keessatti taasifamu…

Continue ReadingFinfinneetti sosochiin hubannoo uumuu nageenya daandii baatii Amajjii adeemsifamaa